Tv Lattuu

Tv Lattuu Preaching,prophecy,healing...
(2)

Har'a waaree booda irraa eegalee hanga dilbataatti dafaa iddoo qabadhaa.
04/09/2026

Har'a waaree booda irraa eegalee hanga dilbataatti dafaa iddoo qabadhaa.

Waaqayyo waan gaariidhaaf si hambisa.!!==================================“Waaqayyo garuu, "Ani dhugumaan wanta gaariidha...
03/09/2026

Waaqayyo waan gaariidhaaf si hambisa.!!
==================================
“Waaqayyo garuu, "Ani dhugumaan wanta gaariidhaaf sin hambisa, diinni kees yeroo rakkinaa fi yeroo gidiraatti akka si kadhatu nan godha.”
— Er. 15:11

ODUU GAMMACHIISAA.==================WALDAAN LATTUU AMBOO KONFIREENSII BARA HAARAATTI CE'UU FI SAGANTAA KADHANNAA MARSAA ...
03/09/2026

ODUU GAMMACHIISAA.
==================
WALDAAN LATTUU AMBOO KONFIREENSII BARA HAARAATTI CE'UU FI SAGANTAA KADHANNAA MARSAA 4FFAA GUYYAA BORII IRRAA EEGALEE HANGA DILBATAATTI KAN TURU QOPHEESSITEE JIRTI.ISINIS HIRMAATTUU EEBBICHAA TA'AAN AFFEERRAA KEENYA.

AMBOO ROOBII BORII SAGANTAA FAYYINAA WAAREE BOODA..
01/09/2026

AMBOO ROOBII BORII SAGANTAA FAYYINAA WAAREE BOODA..

30/08/2026

✍️BOR BARII AKKUMA HIRRIBAA KAATEEN AAGA DHAGEESSA.AMMEEN

30/08/2026
29/08/2026

Kan akka Waaqayyoo hin jiru...

✍️Utuu barri kun keessaa hin xumuramin dhimmikee ati eegaa jirtu siif in raawwatama.🙌Dilbata dhuftu Waldaa Lattuu Amboo ...
28/08/2026

✍️Utuu barri kun keessaa hin xumuramin dhimmikee ati eegaa jirtu siif in raawwatama.🙌

Dilbata dhuftu Waldaa Lattuu Amboo hin hafamu.

Kan akka Waaqayyoo hin jiru.!!

Amboo Roobii borii waaree booda sagantaa fayyinaa
25/08/2026

Amboo Roobii borii waaree booda sagantaa fayyinaa

KAN AKKA WAAQAYYOO HIN JIRU..!!Maatii Nama Waaqayyoo Ergamaa Taarikuu Shifarraa. Eebbisaa
24/08/2026

KAN AKKA WAAQAYYOO HIN JIRU..!!

Maatii Nama Waaqayyoo Ergamaa Taarikuu Shifarraa. Eebbisaa

Address

Nekemte
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tv Lattuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share