Waldaa Guutuu Wangeela Biqiltuu Leeqaa Gatamaa

Waldaa Guutuu Wangeela Biqiltuu Leeqaa Gatamaa Ergaa keenyaa humni fayyisuu saba lafaa irra jira akka gahuudha

07/11/2022

DHIBOOFTUU

Dubbisi!

Bara durii akkas, ture jedhama. Waaqayyoo namoota Isa wajjiin jiran keessa Eenyu akka dhibaa'ummaa malee hojii isa humna isa guutuu jireenya isa guutuu Eenyu akka isaf hojetu adda baafachuf, erga walitti waame booda.

Amma hunda keessan, ergaa isiin ergaachu barbaade?Jedhe isaan gaafate!
Tole! nu ergaachu dandeessa gooftaa. Jedhani deebii kennan Waqayyoos, akkas jedhen, deema hundi keessan, humni keessan, baachuu dandaa'u, tokko tokko fida kotta, jedhe itti dubbate.

tole! jedhanii hundi isaani gara lafa deemani dhagaa tokko tokko baatani gara gooftaa isaani dhaqani,

yeroo isaan qabatani gara gooftaa isaani deeman, isaan kessaa Nama baay'ee 'u tokkotu ture.

Namtiichi inni dhibaa'aan kun, xiqqoo baay'ee ta'e baate isaani wajjiin, gara gooftaa isaanitti dhihaate. gaafa waaqayyoo hunda isaani ilaaluu, isaan keessa kan isaa dhibaa'aa sana baay'ee xiqqaadha.

Akka inni dhibaa'umadhaf, baate deeme sababi beekef, waaqayyoo isiin fiddan kun, isiinif, haa jijiiramu jedhe ajaje. Dhagiichis buddeenatti jijjiramef

isheen dhibooftuu suun, gaafa ilaaltuu tiqqoo dura taatee altokko qofa afaan ka'aate fixee ija kessaa isaan, ilaaluu jalqabe. warri Akka waaqayyoo isaan, ajajeetti ajaja raawwataan, garuu amma quufani isaan irra hafuutti nyaatani qufaan

erga isaan nyaatani ka'aan, booda ammas ajaja (hojiin) isiinif ladha. jedhen, gooftaan isaani tole! jedhanin
Ammas deematii xixinnoo tokko tokko fida Kota jedhe ajaja laatef isaanis, deemani dhagaa xixinnoo tokko tokko erga fidani booda, gaafa hunda isaani ilaaluu isaan, kessaa ammas, isheen, Waan ajajame hin raawwaanne.

Waan duraan, Buddeena hin qufneef, ammas buddeenatti jijjiruu hin olu Kan Jedhu, humni isaa baachuu hin dandeenye baate isaani wajjiin, gara gooftaa isaani dhaqe.

waaqayyoo ammas, ilaalee amma immoo dhagaa isiin fidaani dhuftan kun kessaan isiinif hata'uuti Amma humnii keessan, darbachuu danda'uu, ofiiraa fageessati darbadha ittin jedhe.

warrii dhagaa tiqqoo qaban, amma humni isaani danda'uu, ofiiraa fageesssani darbatani isaani ta'e. isheen dhibooftuu suun, gaaru ofiiraa fageessitee darbachuu sababi hindandenyef, umuriin ishee gababatee hafee JEDHEMA.

dhibaa'ummaan, ammam akka gati nama baasiisuu barrefaama kana irra akka waan xiqqoo barattan abdiin qaba!

●Yoo isiinitti tolee hiriyoota keessanif
godha!
Hindhibu Girma Buraayyu follow godha!

06/11/2022

Waldaa Guutuu wangeela Biqiltuu leeqaa Aanaa leeqaa Dullachaa keessatti argatti.

12/04/2021

Faarfattoota kuwaarii "D" kan Waldaa guutuu wangeela Biqiltuu Leeqaa.

12/04/2021
04/04/2021

Faarfanaa Jalqabaa Waldaa Waldaa Guutuu Wangeela Biqiltuu Leeqaa Gatamaa

28/03/2021

Sagantaa Dargaggoota w/guutuu wangeela Biqiltuu leeqaa Gatamaa guyyaa gaafa sanbataa sa'aatti booda geggeffama jira.

28/03/2021

Ijaarsa wangeelatti ijaaramuu
luq 6:46

Nuuf jedhee waan inni nuuf hin Tanne hin jiru.
28/03/2021

Nuuf jedhee waan inni nuuf hin Tanne hin jiru.

28/03/2021

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Guutuu Wangeela Biqiltuu Leeqaa Gatamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share