15/01/2022
Er. 30
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Amma garuu warri isin nyaatan hundinuu akka nyaataman, diinonni keessan hundinuu akka booji'aman, warri isin saaman akka saamaman, warri isin ari'atan hundinuu akka ari'ataman nan godha.
¹⁷ Diinonni keessan, 'Isin Xiyoon ishee gatamte, ishee namni dhimma ishee hin qabnee dha' yoo isiniin jedhan iyyuu, ani immoo madaa keessan nan fayyisa, gogaa haaraas isa irratti nan biqilcha; kana ana Waaqayyotu dubbate.
Jeremiah 30 (KJV)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Therefore all they that devour thee shall be devoured; and all thine adversaries, every one of them, shall go into captivity; and they that spoil thee shall be a spoil, and all that prey upon thee will I give for a prey.
¹⁷ For I will restore health unto thee, and I will heal thee of thy wounds, saith the LORD; because they called thee an Outcast, saying, This is Zion, whom no man seeketh after.