M/A Tulluu Ifaa Nuunnuu Q/Sillaasee

M/A Tulluu Ifaa Nuunnuu Q/Sillaasee Kadhannaaf ka'aa!!!

27/05/2026

Roomaa 12:12 Abdiidhaan gammadaa; dhiphina obsaa; kadhannaatti cimaa.

Maqaa Abbaa, Maqaa Ilmaa, Maqaa Afuura Qulqulluu, Sadan Waaqa tokko Ameen!!!Kabajamtoota Maatiiwwan Waaqayyoo sagantaan ...
03/05/2026

Maqaa Abbaa, Maqaa Ilmaa, Maqaa Afuura Qulqulluu, Sadan Waaqa tokko Ameen!!!
Kabajamtoota Maatiiwwan Waaqayyoo sagantaan afuura Mana Amantaa Tulluu Ifaa Qulqulleettii Sillaaseetti geggeeffamu cuuphaan gaafa Eebla 28 ganama hanga Eebla 30'tti ta'ee, Eebla 30-Caamsaa 2'tti Barumsa Wangeelaa fi faarfannaadhaan Waaqayyoon yeroo itti galateeffannu waan ta'eef warri qaamaan argamtanii hirmaachuu barbaaddan fi namoota hirmaachuu barbaadanittillee himuudhaan eebba akka argattan maqaa waaqayyoon isin beeksisna.

Sagantaa Afuuraa Guddaa 30/08/2018 - 01/09/2018
28/04/2026

Sagantaa Afuuraa Guddaa
30/08/2018 - 01/09/2018

Address

HGudetu
Nekemte
NUNU

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when M/A Tulluu Ifaa Nuunnuu Q/Sillaasee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to M/A Tulluu Ifaa Nuunnuu Q/Sillaasee:

Shortcuts

Share