Apostle Tamrat Birhanu Ministries

Apostle Tamrat Birhanu Ministries Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Apostle Tamrat Birhanu Ministries, Religious organisation, Oromia, Nek'emte.

30/07/2020

Lak. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁴....waaqayyo issin haa eebbisu, isin haa eegu!
²⁵ Waaqayyo fuula isaa isiniif haa ibsu, isinitti haa araaramu!
²⁶ Waaqayyo fuula isaa gara keessanitti haa deebisu, nagaas isiniif haa kennu!
Ameen jedhaa isiniif ni ta'aa!

Num 6 (AKJV)
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁴ The LORD bless you, and keep you:
²⁵ The LORD make his face shine on you, and be gracious to you:
²⁶ The LORD lift up his countenance on you, and give you peace.

Agree and type Ameen

27/05/2020

Dubartoonni kunneen wal gahii taa'aa jiru miti. Kan isaan gargaaru dhabani jennaan dhaabbata isaan gargaaruuf magaalaa Naqamteetti hundaa'etti kanneen baqatanidha.

Maanguddoon dubbisne waanuma gaarii argataa jirra jedhu.
https://bbc.in/31Xu3wS

23/05/2020
23/05/2020

"Maanguddoon yoo beela'u maatii isaa, biyyaafi mootummaa isaa abaara. Waaqayyoonis ni abaara maaliif na uumte jedhe. Kanaaf, warra akkasii kana amala isaan qaban waliin danda'anii gargaaruun ba'aa biyyarraa cabsuudha."

08/05/2020

Nagaan Isiniif haa ta'u!Tajaajila Yeroo ammaa kana namni Waaqayyoo Ergamaa Taammiraat maanguddootaa fi harka qalleeyyii gargaaruu irratti jiran isaan bira dhaabbadheen deggara namoonni jettanii gi fedhii qabdan karaa keessaa nu quunnamaatii bilbila nama Waaqayyoo isiniif kenninee wajjin haasoftuu!Eebbifamaa.

Address

Oromia
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Apostle Tamrat Birhanu Ministries posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share