Gospel movement

Gospel movement It discribe about messenger of almighty God, preacher of gospel and follower of jesus christ.

Chaayinaa Beejiingitti lammiileen Chaayinaa 20 maqaa Gooftaatiin cuuphaman ❗Biyyoota Kiristaanotaaf balaa guddaa geessis...
27/11/2025

Chaayinaa Beejiingitti lammiileen Chaayinaa 20 maqaa Gooftaatiin cuuphaman ❗

Biyyoota Kiristaanotaaf balaa guddaa geessisan keessaa biyyaa jalqaba taatus, baatii kana keessa Beejiingitti Waldaa Kuwaanjii keessatti namoonni Chaayinaa 20 maqaa Iyyasuus Kiristoosiin cuuphamaniiru.

Taphataan lammii Biraazil fi kilaba Weestihaam Lucas paqueta amantii Kaatolikii irraa gara amantii Pirootestaantiitti ji...
13/06/2025

Taphataan lammii Biraazil fi kilaba Weestihaam Lucas paqueta amantii Kaatolikii irraa gara amantii Pirootestaantiitti jijjiirratee Yesusiin akka Fayyisaa dhuunfaa isaatti fudhachuun barnoota fayyinaa bu'uuraa isaa xumuree cuuphameera. Waggoota dhihoo as Biraazilitti namoonni Amantii Kaatolikii irraa gara Protestant dhufan baay'achaa jiraachuu isaanii isiniif qoodeen ture.

Ulfinni Yesuusiif haa ta'u!!🙏
Itti fufa...

12/04/2025

Waaqayyo kun karaan isaa mudaa hin qabu,
dubbiin isaa dhugaa ta'uu isaa amansiiseera;
Waaqayyo warra isatti kooluu galan
hundumaaf gaachana.
Faarfannaa 18:30

  “...፥ የልጁም የኢየሱስ ክርስቶስ ደም ከኃጢአት ሁሉ ያነጻናል።” 1ኛ ዮሐ 1፥7
08/04/2025


“...፥ የልጁም የኢየሱስ ክርስቶስ ደም ከኃጢአት ሁሉ ያነጻናል።” 1ኛ ዮሐ 1፥7

Yaadachiisa! kiristiyaanota hunda ilaallatuYeroo 2ffaaf godina wallagga bahaa aaanaa waamaa hagaloo magaalaa moxeetti wa...
07/04/2025

Yaadachiisa! kiristiyaanota hunda ilaallatu
Yeroo 2ffaaf godina wallagga bahaa aaanaa waamaa hagaloo magaalaa moxeetti wangeela akka hin lallabneef dhowwamne!
Naannoo oromiyaa sanuu Wallaggaa keessatti mirgi kiristiyaanummaa sarbamuun qaanii guddaadha. biyyi kamiyyuu kiristiyaanummaaf mijataadha jechuukoo miti lafti lafuma nuuf mijataa miti.
Garuu bara mirgi amantii kamiiyyuu eegamaadha jedhamee yaadamu keessatti akka kanatti olaantummaa amantaa tokkoo qofa leellisuun amantaa nama kan biroo xiqqeessuun sirrii miti. fudhatamummaas hin qabu.
Biyya wal-qixxummaan amantii kamiiyyuu eegamu keessatti utuu nuyi amantii nama biroo hin tuqiin akkasumaan hiriira bahanii "Yesus Garbicha,allaahn tokkicha"jedhanii dhaadachuufi tamsaasa wangeelaa akka hin bahamneef qaamolee mootummaatiin dhowwamuufi deggartoonni amantii islaamaa waan baayyateef kiristiyaanummaan hacuucamuuniifi akka hojii wangeelaa hin hojjenneef ittisuun waan deggaramu miti. bulchiinsi biyyaas seera lslaamawaa utuu hin taane mirga amantii kamiinuu kan eegsisudha.
Nuti amantii nama tokkoo illee hin xiqqeessinu hin xiqqeessines. kan abaluu sirrii miti hin jenne. isaan garuu amantii keenya arrabsaa balbala waldaa kiristiyaanaa irratti dirqiidhaan "Allahu-akbiir" jedhanii barreessaa yeroo nuyi tamsaasa wangeelaaf gadi baanu nutti duulu. kun gocha jibbisiisaafi qaanessaadha. kan nama mufachiisuu immoo angawoonni magaalatti guutummaa hanga jedhamuttti amantii islaamaa waan hordofaniif waldootii kiristiyaanaa hacuucuubisaaniiti.
Hubachiisa:- Nuti kana booda utuu isaan abidda bobeessanii nu eeganiillee wangeela biyyicha keessatti lallabuu hin dhiisnu. yoo gooftaan jedhee jiraanneef xiyyeeffannoodhaan biyyicha keessatti hojii wangeelaa hojjechuudhaaf murteeffanneerra. utuu hojii kana hojjennuu miidhaa nurra gahuu mala. nuyis wangeelaaf aarsaa kaffaluuf hin seesnu. garuu biyya keenya keessatti lafa dhalannerratti qe'ee tokko garaagarummaa aanaa nu gidduu jiru qofaan miidhaan godina keenya keenya keessatti nurra gahu hundumaaf kiristiyaanonni akka quba qabaattan isin beeksisna!
Wangeelli yoom-eessattuu,haala kam keessattuu ni lallabama!
“Dubbicha lallabi, "Kun yeroo dha, kun yeroo miti" utuu hin jedhin qophaa'ii, argami! Nama balleessaa isaa hubachiisi ifadhu! Obsa hundumaan gorsi barsiisis.”
— 2Xim. 4:2

23/03/2025
በሩቅ ምስራቅ ፓክስታን የፕሮቴስታንት እምነት ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ መቷል ጌታ ይመስገን !!**************በሩቅ ምስራቅ ፓክስታን ሀገር አንዱ አምላካችን ኢየሱስ ክርስቶስ እየነገሰ...
22/03/2025

በሩቅ ምስራቅ ፓክስታን የፕሮቴስታንት እምነት ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ መቷል ጌታ ይመስገን !!
**************

በሩቅ ምስራቅ ፓክስታን ሀገር አንዱ አምላካችን ኢየሱስ ክርስቶስ እየነገሰ ነው። ወንጌል በጨለማ ምድር እየበራ ነው።
#8 ነፍሳት በጌታ በኢየሱስ ክርስቶስ ስም ተጠምቀዋል ።

አባባ ባንጫ ያያ አርፈዋልበኢትዮጵያ አብያተ ክርስቲያናት ሕብረት የወላይታ ቃለ ሕይወት ቤተክርስቲያን አባት የነበሩትና ቃለ ሕይወት የሚል ስያሜና "ወልድ ያለዉ ሕይወት አለዉ የሚል የተከፈተ ...
20/03/2025

አባባ ባንጫ ያያ አርፈዋል

በኢትዮጵያ አብያተ ክርስቲያናት ሕብረት የወላይታ ቃለ ሕይወት ቤተክርስቲያን አባት የነበሩትና ቃለ ሕይወት የሚል ስያሜና "ወልድ ያለዉ ሕይወት አለዉ የሚል የተከፈተ መጽሐፍ እንዲሆን ለመጀመሪያ ጊዜ ገዥ ሀሳብ የሰጡ የወንገል አርበኛ አባባ ባንጫ ከዚህ አለም ጣጣ አረፉ።

በዎላይታ ዞን ዳሞት ጋሌ ወረዳ ሞኮኒሳ ወይጌ ቀበሌ ተወልደው አለምን ዞሮ ያገለገሉ እኚህ ወንገል አርበኛ ከ137 ዓመታቸዉ ቡሃላ ወደ ቀደሙት አባቶችና ወደ ፃድቃን ሄዱ፣በተዘጋጀላቸው አልጋቸዉም ላይ ተኙ።

አባባ ባንጫ ያያ የመጀመሪያዉ የኢትዮጵያ ቃለ ሕይወት ቤተክርስቲያን ዋና ፕረዚዳንት እና በ1954 ዓ.ም ቀዳማዊ ኃ/ስላሴ ሸንጎ በመሰየም የቤተክርስቲያን ስያሜን አስችሎ የተከራከሩ እና በዚህም ምክንያት የታሰሩ ጀግና አባት ናቸዉ።

ወላይታ ወንገልን በ1919 ዓ.ም ስቀበል አባባ ባንጫ የ32 ዓመት ወጣት ናቸዉ። ቀዳሚ አማኝም አገልጋይም ናቸዉ። በኢትዮጵያ ወንጌል አማኞች ህብረት ኦርቶዶክስ ተዋዶ የበላይ ጠባቂ ሆኖ ለሎች በሱ ስር እንድተዳደሩ የወጣዉን አዋጅ በመቃወም የታሰሩ ተመቱና የተንገላቱት እዉቅ አርበኛ ናቸዉ ። ከእሳቸው ቡሃላ የኢትዮጵያ ቃለሕይወት ፕረዚዳንትነት ቦታ ለመምራት እድል አላገኘችም።

አባባ የወላይታ አዉራጃን መርተዋል ። የጫራቄ ማህበርን ከ40 ዓመታት በላይ በዋና ፀሐፍነት የመሩና በንጣዋ ጃጋሬንና ማርታኒያዋ ሾንጋን እንድሁም ሊሊአዋ ዳልከን ጨምሮ ብዙ አባቶችን የሰበኩና የመዳንን መንገድ ያሳዩ እንድሁም የጠመቁና ደቀመዝሙር ያደረጉ ጀግና አባትም ናቸዉ።

“ከጥፋት ጕድጓድ ከረግረግም ጭቃ አወጣኝ፥ እግሮቼንም በድንጋይ ላይ አቆማቸው፥ አረማመዴንም አጸና።”  — መዝሙር 40፥2“Inni boolla huursaa bishaan sodaachisaa kee...
29/01/2025

“ከጥፋት ጕድጓድ ከረግረግም ጭቃ አወጣኝ፥ እግሮቼንም በድንጋይ ላይ አቆማቸው፥ አረማመዴንም አጸና።”
— መዝሙር 40፥2
“Inni boolla huursaa bishaan sodaachisaa keessaa, dhoqqee akka suphee nama qabatu keessaas harkisee na baase; inni miilla koo dhagaa hin sochoone irra anaaf dhaabachiise, ejjennaa koos anaaf in jabeesse,”
— Far. 40:2

ኢየሱስ ያለው ህይወት አለውታላቁ ሩጫ ላይ...
18/11/2024

ኢየሱስ ያለው ህይወት አለው
ታላቁ ሩጫ ላይ...

Address

Nekemte

Telephone

+251925773541

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel movement posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share