25/08/2026
🌙Rabi_al awwal 12/1448/Hagayya 19/2018
Moolid mubaarak Baga ayyaana moolida kan waggaa1501 ffaa nuu gahe
🤲Alhamdulillaah🤲
Guyyaa harra ayyaana moolida Hala ho'aa ta'een kabajamera. Ayyana kana irratii kantibaan magaalaa keenya keesumaa kabajaa ta'anii argamudhaan ergaa Baga geesan umataaf dabrsaniru.
moolid mubaarak
@ fethi masjid naqamtee