Assemblies of God church Nekemte

Assemblies of God church Nekemte Church

18/09/2026
Sagantaa Dilbataa  Guyyaa 3/1/2019Mata duree: Maal haa yaadnu? # Waanuma gaarii ta'e yaadaa  # Waanuma qulqulluu ta'e ya...
13/09/2026

Sagantaa Dilbataa
Guyyaa 3/1/2019
Mata duree: Maal haa yaadnu?
# Waanuma gaarii ta'e yaadaa
# Waanuma qulqulluu ta'e yaadaa
Phil:4 8-9
Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'ee, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti toluu, waanuma gaarii ta'ee, waanuma galata qabuu yaadaa! 9 Wanta ana irraa bartan, ana irraa fudhattan, ana irraa dhageessan, utuun hojjedhuus waan argitan, isinis akkasuma godhaa! Waaqayyo inni nagaa kennu isinii wajjin in ta'a.

🌻🌻🌻🌻Sagantaa qophii ayyaanaa🌻🌻🌻🌻Mata duree: Harka Waaqayyoo  arguuSe bara 4:10Yaabez, “Maaloo, ati na eebbisi, lafa bal'...
11/09/2026

🌻🌻🌻🌻Sagantaa qophii ayyaanaa🌻🌻🌻🌻
Mata duree: Harka Waaqayyoo arguu
Se bara 4:10
Yaabez, “Maaloo, ati na eebbisi, lafa bal'aas anaaf kenni! Harki kee anaa wajjin jiraatee hamaan akka ana hin dhiphifnetti ana haa eegu!” jedhee, Waaqayyo isa kan Israa'el in kadhate; kanaaf Waaqayyo wanta inni kadhate in kenneef.

Sunday program
06/09/2026

Sunday program

Sagantaa Dilbataa:     Akka jaallatamtanitti jaallachuuYeroo soomaaf sagadaa     Wa yoh 13:34Akka isin wal jaallattaniif...
31/08/2026

Sagantaa Dilbataa:
Akka jaallatamtanitti jaallachuu
Yeroo soomaaf sagadaa
Wa yoh 13:34
Akka isin wal jaallattaniif abboommii haaraa isiniif nan kenna; ani akkuman isin jaalladhe, isinis immoo akka wal jaallattan isin abboomeera.

Address

Nek'emte

Opening Hours

Wednesday 10:30 - 12:00
Sunday 02:30 - 17:30

Telephone

+251922238221

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Assemblies of God church Nekemte posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Assemblies of God church Nekemte:

Shortcuts

Share