Ani Eenyu?

Ani Eenyu? Isa. 51
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Waaqayyo namoota Xiyooniin, "Isin warri qajeelummaa duukaa buutan, warri ana Waaqayyoon barbaaddattan na dhaggeeffadhaa!

Kattaa isa irraa argamtan, boolla bishaanii isa keessaa ol Refers about !

https://t.me/QoannaamacaafaqulqulluuRom. 6⁶ Nuyi deebinee garba cubbuu akka hin taanetti, dhagni inni cubbuu hojjetu akk...
12/04/2026

https://t.me/Qoannaamacaafaqulqulluu
Rom. 6
⁶ Nuyi deebinee garba cubbuu akka hin taanetti, dhagni inni cubbuu hojjetu akka badduu baafamuuf, namummaan keenya inni moofaan isaa wajjin akka fannifame in beekna.
⁷ Namni yommuu du'u humna cubbuu jalaa in ba'a.
⁸ Kristosii wajjin yoo duune garuu, Kristosii wajjin immoo akka jiraannu in amanna.
⁹ Kristos warra du'an keessaa erga kaafamee, deebi'ee akka hin duune, duunis si'achi isa irratti gooftummaa akka hin qabne beekna.
¹⁰ Du'a al tokko, waa'ee cubbuutiif du'e; jireenya isaa ammaa immoo Waaqayyoof in jiraata.
¹¹ Isinis immoo akkasuma akka warra cubbuu jalaa du'anii, karaa Kristos Yesus Waaqayyoof jiraataniitti of lakkaa'aa!

Address

Nek'emte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ani Eenyu? posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Ani Eenyu?:

Share