28/03/2026
✝️ Tokkummaa Waldootaa
Tokkummaan waldootaa walitti dhufuun ji’ootaaf taphni taphatamaa tureera. ⚽
Guyyaa har’aa immoo Waldaan Makaana Yesus Calalaqii tapha isaa dhumaa injifateera. 💪❤️✝️
Baga gammaddan!
Waaqayyo waldaa isaa haa eebbisu. 🙏