ARSII TUBE

ARSII TUBE Arsii Tubeโ€“iddoo aadaa, sirba, seenaa fi odeeffannoo Arsii fi Oromiyaa itti argattan. Nu hordofaa

๐Œ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐จ๐ญ๐š ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐๐š๐ซ๐š ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐Ÿ•๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐š๐Ÿ****Yaa'iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 - 18 Bara 2...
18/09/2026

๐Œ๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ง๐ฌ๐จ๐ญ๐š ๐‚๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž ๐๐š๐ซ๐š ๐‡๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐Ÿ•๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐š๐Ÿ
****
Yaa'iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 - 18 Bara 2019tti Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffama.

Kanaafuu, Filannoo Marsaa 7ffaa gaggeeffameen Miseensa Caffee Oromiyaa taatanii kan filatamtan hundi Fulbaana 14 Bara 2019 waaree booda saโ€™aatii 7:30 irraa eegalee galmeen waan gaggeeffamuuf Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti argamtanii akka gabaastan isin beeksifna.

Aanaa Zuwaay Dugdaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa barumsaaf taasisamu hojiitti hiikameeramaatii harka qalleeyyiif ...
18/09/2026

Aanaa Zuwaay Dugdaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa barumsaaf taasisamu hojiitti hiikameera
maatii harka qalleeyyiif deeggarsi meeshaalee barnootaa (Dabtaraa fi Qalamaa) taasifameera.

"Mootummaan kenna tajaajilaa si'eessuuf dhaabbilee garaagaraa ijaaraa jira" Obbo Saadaat Nashaa
18/09/2026

"Mootummaan kenna tajaajilaa si'eessuuf dhaabbilee garaagaraa ijaaraa jira" Obbo Saadaat Nashaa

17/09/2026
16/09/2026

Gargara uummata Qaalii gurban kun isiin maale mal qaba vote godhani

Oduun miidiyaa "Ze-Habesha" tamsaase guutummuutti oduu sobaa (Fake News) dha........Mootummaan caasaa seera kabachiisuu ...
16/09/2026

Oduun miidiyaa "Ze-Habesha" tamsaase guutummuutti oduu sobaa (Fake News) dha........
Mootummaan caasaa seera kabachiisuu cimaa fi Itti-gaafatamummaa qaba, hojiin nageenyaa qonnaan bultootaan baasii mataa isaaniitiin akka raawwatamu godhe jedhamee odeeffamu dhugaa irraa kan fagatedha. Hawaasa burjaajessuufi dhiibbaa sammuu uumuuf jecha oduwwan sobaa akkasii oddeffaman cimsanii kan balaaleffatamuu qabani dha.

Bulchaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Obbo Ashim Wado
16/09/2026

Bulchaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Obbo Ashim Wado

16/09/2026

Dhiyate jira irreechi of qophessa

16/09/2026

Gootota Keenya

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ARSII TUBE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share