Evan Merga Worku

Evan Merga Worku Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Evan Merga Worku, Tulu Bolo.

Lafa kanarratti wantoota saditu nama rakkisti a, Ulfa xinnoo b, Beekumsa xinnoo c, Mul'ata xinnoo
23/05/2025

Lafa kanarratti wantoota saditu nama rakkisti
a, Ulfa xinnoo
b, Beekumsa xinnoo
c, Mul'ata xinnoo

23/06/2024

Roomaa

13:11

17/11/2023

Iyyesuus ni dhufa

Mootummaan Waaqayyoo Mootummaa humni Waaqayyoo itti hojjetu malee,Mootummaa dubbii Waa'ee hin baafne itti dubbatan miti ...
30/08/2023

Mootummaan Waaqayyoo Mootummaa humni Waaqayyoo itti hojjetu malee,Mootummaa dubbii Waa'ee hin baafne itti dubbatan miti
1Qor 4:20

Addunyaa kanarra namoota gosa lamatu Jira, isaanisnamoota si deeggarani fi si mormaniidhaNamoonni naannoo kee siif uumuu...
03/07/2023

Addunyaa kanarra namoota gosa lamatu Jira, isaanis
namoota si deeggarani fi si mormaniidha
Namoonni naannoo kee siif uumuu Akka danda'an beeki,
Naannoon kee immoo akkaataa sammuun kee itti yaadu murteessa,
Akkaatan yaaduu keetii immoo Egeree kee murteessa
Kanaaf hiriyyootakee of eggannoodhan filadhu,
Warra sideeggaranii fi siin morman addaan baafachuutu sirra Jira,
Hiriyyoota Si Wajjin kallattii tokkotti Deemuu danda'an filadhu
Fakkeenya 13:20

24/05/2023

2Ximootewoos 2:1-7

Like,share,subscribe,taasisaa
06/05/2023

Like,share,subscribe,taasisaa

Farfana afaan oromoo oromic songs

06/05/2023

Wangeelli Humna qaba.

Mee mucaa kana Eebbisaa
07/04/2023

Mee mucaa kana Eebbisaa

24/11/2022

Farfana afaan oromoo oromic songs

Waaqayyo Sirriidha!
11/11/2022

Waaqayyo Sirriidha!

Hanguma sitti mul'atu deemi,Yeroo Achi geessu,Kan biraatuSitti mul'ata.
19/10/2022

Hanguma sitti mul'atu deemi,
Yeroo Achi geessu,Kan biraatu
Sitti mul'ata.

Address

Tulu Bolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Evan Merga Worku posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share