Daniel Tujuba Page

Daniel Tujuba Page “Fayyisuu kee ija kootiin argeera;”
Luq. 2:30

08/08/2026

“" Namni ana Waaqayyoon amanatu, ana duwwaattis kan of kennu, haa gammadu!”
Ameen

08/08/2026

💕💕💕

07/08/2026

✍️ Egaa Guyyicha ykn Yericha Homtinuu Hin Beeku Dammaqaa.

Wangeela maarqos 13:35-37

👎35"Egaa dammaqaa! Abbaan manaa yoom akka dhufu, galgala dhufaa fi halkan walakkaa dhufaa, iyya indaanqoo dhufaa fi ganama dhufaa hin beektan.
👎36"Yeroo isin quba hin qabaatinitti yoo dhufe, utuu isin rafaa jirtanii akka isin hin argannetti,
37" kanan isiniin jedhus nama hundumaan nan jedha, dammaqaa!" isaaniin jedhe.

✍️Dammaquu yeroo jennuu gabaabaatti of gatanii jiraachuu ykn deddeebi'uu hirriba/mugaati hafuuraan qabamuu,keessi ofii waantota ta'an jiran dagachuu,amaleeffachuu,Wanti ta'uu yeroo mara wal jijjiiree jira,ni dhufa ni darbas jechuudhaan gowwoomuu dhisuudha.

Daawit immoo Akkas jedhaa

Far 13:3👎Yaa Waaqayyo gooftaa ko na ilaali, anaaf deebisis; hirriba du'aa akkan hin rafnetti ija koo anaaf ibsi!.
✍️Nuyi garuu Abdii qaban Yesus debee innii Dhufaa Gafaa dhufuu Garuu jirenyaa ammaa jirataa jiruu irraa kan caaluu jirenyaa Har'aa jiraan
Garaa Ibrootaa 10:39
39"Nuyi warra amantii qabanii fi warra lubbuu isaanii oolfatanii dha malee warra badiisaaf dugda isatti gatan miti.

07/08/2026
Rom. 13¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹¹ Yeroo itti dura amanne caalaas amma guyyaan fayyinaa waan nutti dhi'aateef, yeroon kun yeroo itti hi...
06/08/2026

Rom. 13
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹¹ Yeroo itti dura amanne caalaas amma guyyaan fayyinaa waan nutti dhi'aateef, yeroon kun yeroo itti hirribaa dammaquun isin irra jiru ta'uu isaa beekaa!
¹² Halkanichi sokkee, guyyichi dhi'aateera, kanaafis kottaa hojii dukkana keessa hojjetamu of irraa fuunee gannee, mi'a lolaa isa ifa keessa ittiin hojjetan in hidhannaa!
¹³ Kottaa amala keenya tolfannee akka warra ifa guyyaa keessa deddeebi'aniitti jiraanna malee, albaadhummaatti yookiis machiitti, halalummaatti yookiis gaddhiisatti, nama loluutti yookiis weennootti hin jiraannu.
¹⁴ Gooftaa Yesus Kristosin akka uffata sibiilaatti uffadhaa malee, hawwa namummaa foonii raawwattanii isas gammachiisuudhaaf garaa hin kenninaa!

06/08/2026

“Waaqayyoo wajjin, nuyi humna in godhanna, diinota keenya gad kan dhidhiitu isa.”
Ameen

06/08/2026

“"Sabni koo warri dhuunfaa koo ta'an kun gad of deebisanii ana barbaaddatanii, karaa isaanii isa hamaa irraa deebi'anii, yoo na kadhatan, ani waaqa irraa isaaniif nan dhaga'a, cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa, biyya isaaniis nan fayyisa.”
2Sen. 7:14

05/08/2026

“Ija jabina guutuudhaan, dhowwaa malees mootummaa Waaqayyoo in lallaba, waa'ee Yesus Kristos gooftichaas in barsiisa ture.”

Address

Ambo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daniel Tujuba Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Daniel Tujuba Page:

Shortcuts

Share