Missionary Obse Asrat

Missionary Obse Asrat Obse Asrat
(1)

Namoonni maallaqa keessaniin na waliin hojjechuu barbaaddan:1000303451726.Obse Asrat:

በገንዘባቹ አገልግሎቴን መደገፍ ለምትፈልጉ.ንግድ ባንክ 1000303451726 ኦብሴ አስራት

Tellebirr 096 180 7620.

23/05/2026

HALLELUJAH!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat
Teklu Temesgen
Christian tube - ክርስቲያን ቲዩብ

WALDAAN GANDA GADDAA XUMMURAME!Yaaballoo irraa km 72 kan fagaattu, ganda gaddaatti qorqorroo 150'n ijaaramee, liishoo ta...
23/05/2026

WALDAAN GANDA GADDAA XUMMURAME!

Yaaballoo irraa km 72 kan fagaattu, ganda gaddaatti qorqorroo 150'n ijaaramee, liishoo ta'ee garafamee bifa kanaan xummuramee jira.Hojjettoota Wangeelaa lama asitti ramadeen hojjechaa, lubbuu barsiisaa, tajaajilaa jiru.

Namootni hojii kana keessatti ga'ee keessan baatan, humnaan, kadhannaan, maallaqa fi waan dandeessan hundaan kan na waliin hojjechaa jirtan gatiin keessan Waaqayyo bira. Ammas waldoota bakka garaagaraatti ijaaramaa jiran na tumsuun na waliin hojjedhaa!

Miishinerii Obsee Asraat

Booranaa!
23May 2026

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat

23/05/2026

ኢየሱስ ግን። አባቴ እስከ ዛሬ ይሠራል እኔም ደግሞ እሠራለሁ ብሎ መለሰላቸው።
ዮሐንስ 5:17



Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
@

22/05/2026

ERGAA GEGGEESSITOOTA WALDAA SADAFFAARRAA!

የሐመር 3ኛ ቤትክርስቲያን መሪዎች መልእክት!

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat
Christian tube - ክርስቲያን ቲዩብ
Teklu Temesgen

Achumaanis abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesu...
21/05/2026

Achumaanis abdii keenya isa eebbifamaa fi ulfina isa deebi'ee mul'atu sanaa in eegganna. Inni mul'achuuf jiru sunis Yesus Kristos; inni Waaqayyo keenya isa guddicha, fayyisaa keenyas.
Tiitoos 2:13

የተባረከውን ተስፋችንን እርሱም የታላቁን የአምላካችንንና የመድኃኒታችንን የኢየሱስ ክርስቶስን ክብር መገለጥ እየጠበቅን፥ ራሳችንን በመግዛትና በጽድቅ እግዚአብሔርንም በመምሰል በአሁኑ ዘመን እንድንኖር ያስተምረናል፤ ቲቶ 2:13

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat
Christian tube - ክርስቲያን ቲዩብ
Teklu Temesgen

21/05/2026

Namoonni hundinuu itti guddachaa adeemuu kee akka arganitti, kennaa kanaan hojjedhu! Ittis of gad dhiisi!
1 Ximotewos 4:15


ማደግህ በነገር ሁሉ እንዲገለጥ ይህን አስብ፥ ይህንም አዘውትር። 1ጢሞ 4:15

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat

21/05/2026

አንድ ፍልጥ በመግዛት ከኔጋር ወንጌልን ስሩ 🙏🙏🙏🙏

1000303451726
ኦብሴ አስራት

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat

Hafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo ta'uu keenya dhugaa in ba'a.  Nuyi ijoollee Wa...
20/05/2026

Hafuurri Waaqayyoo hafuura keenyaa wajjin walii galee, ijoollee Waaqayyoo ta'uu keenya dhugaa in ba'a. Nuyi ijoollee Waaqayyoo erga taanee, warra waan hundumaa argatan in taana; waan kana hundumaas Waaqayyo biraa in arganna; Kristosii wajjin erga dhiphannee, isaa wajjin immoo ulfaachuudhaaf, waan Kristos argatu hundumaas isaa wajjin in arganna.

Roomaa 8:16-17

የእግዚአብሔር ልጆች መሆናችንን ያ መንፈስ ራሱ ከመንፈሳችን ጋር ይመሰክራል።ልጆች ከሆንን ወራሾች ደግሞ ነን፤ ማለት የእግዚአብሔር ወራሾች ነን፥ አብረንም ደግሞ እንድንከበር አብረን መከራ ብንቀበል ከክርስቶስ ጋር አብረን ወራሾች ነን።
ሮሜ 8:16-17

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat
Teklu Temesgen

20/05/2026

‘Yeroo hundumaa goofticha fuula koo durattan ilaala,
akka ani hin sochooneefis
inni gara mirga koo jira;
kanaaf garaan koo gammade,
arrabni koos in ililcha;
foon koos abdii keessa in buufata.
Hojii Ergamootaa 2:25-26

ጌታን ሁልጊዜ በፊቴ አየሁት፥ እንዳልታወክ በቀኜ ነውና። *
ስለዚህ ልቤን ደስ አለው፥ ልሳኔም ሐሤት አደረገ፥ ደግሞም ሥጋዬ በተስፋ ያድራል፤ ሐዋርያት 2:25-26

Missionary Obse Asrat
Obsi Asrat
Obse Asrat

Address

Addis Ababa

Telephone

+251961807620

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Missionary Obse Asrat posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share