Mekane Yesus Jamo Bethel Congregation

Mekane Yesus Jamo Bethel Congregation This is official page of EECMY, Bethel Jamo Congregation. We share weekly live worship.

Wantii Cufamee Maqaa Yesuusiin siif haa banamu!!!
22/08/2026

Wantii Cufamee Maqaa Yesuusiin siif haa banamu!!!

Kaawunsilii 22ffaa WKWWMYI irratti Faarfaatooti Mana sagadaa keenyaa Tajaajila Faarfannaa laataniiru! Waaqayyo isa carra...
21/08/2026

Kaawunsilii 22ffaa WKWWMYI irratti Faarfaatooti Mana sagadaa keenyaa Tajaajila Faarfannaa laataniiru!
Waaqayyo isa carraa kana nuuf kenneef galanni ha ta’u! Faarfattoota keenyas Waaqayyo ha Eebbisu!

21/08/2026
Ganamaan eebbaa fudhadhaa!!!
19/08/2026

Ganamaan eebbaa fudhadhaa!!!

Hojjetaa Wangeelaa Mana Sagadaa keenyaa kan ta’e Magarsaa Indaaluu Tajaajila Lubummaatti muudamaniiru! Luba Magarsaa Ind...
17/08/2026

Hojjetaa Wangeelaa Mana Sagadaa keenyaa kan ta’e Magarsaa Indaaluu Tajaajila Lubummaatti muudamaniiru!

Luba Magarsaa Indaaluuf Bara Hojii gaarii hawwina!
Ayyaanni Waaqayyoo isiniif ha baay’atu!

Karra hoolotaa isa Waaqayyo tikaaf isinitti kenne sana, giddiidhaan utuu hin ta'in, jaalalaan, akka Waaqayyo barbaadutti...
16/08/2026

Karra hoolotaa isa Waaqayyo tikaaf isinitti kenne sana, giddiidhaan utuu hin ta'in, jaalalaan, akka Waaqayyo barbaadutti, bu'aa nama yeellaasisu irraa argachuuf utuu hin ta'in, of kennuudhaan egaa*!

1Phex 5:2

Guyyaa har’aa Bakka Prezedaantiin WKWWMYI Lubi Dr Yonaas Yigazuufi Gegggeessitoonni olaanoon waldattii argamanitti Luboonni 13 hojii Tajaajila Lubummaatti dibamaniiru.
Sirni muudama Luboota kanaas waldaa keenya mana Sagadaa Beetel Jamootti kan geggeeffameera!

Address

Jemo
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mekane Yesus Jamo Bethel Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share