WWWMY Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa Finfinnee

WWWMY Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa Finfinnee EECMY Gelan Beseka BMY Congregation.

Worship Time Every Sunday

from 03:00Am (09:00Am) - 06:00Am (12:00PM)

Prayer and Deliverance Time Every Wednesday

from 03:00Am (09:00Am) - 06:00Am (12:00PM)
and
from 11:00Am (17:00) - 01:00PM (19:00)

21/05/2026

� New to streaming or looking to level up? Check out StreamYard and get $10 discount! �

21/05/2026
21/05/2026

Yeroo Faarfannaa!

20/05/2026

Yeroo waaqeffannaa

20/05/2026

Yeroo waaqeffannaa!

  17/2026 (Caamsaa 09/2018),                Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa)  Caamsaa 17/2026.    #1 Mot 18:...
17/05/2026

17/2026 (Caamsaa 09/2018),

Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa) Caamsaa 17/2026.
#1 Mot 18:30-39 8:26-30 7:7-12

WWWMY Itiyoophiyaatti Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa.
Bakki itti argama keenyaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalitti Koondominiyeemi Galaan Isa Moofaa Jedhamee waamamu Bilookii 100 cina xiqqoo ol hiqee.

Sagantaan dhaabbataa waldittii
Dilbata ganama ganama sa'a 03:00 - 06:00 yeroo waaqeffannaa

Roobii Ganama 03:00 - 06:00 akkasumas waaree booda gara galgalaa 10:00 - 01:00 Yeroo kadhataa fi bilisa ba'uu.

  03/2026 (Eebla 25/2018),                Suuraa Yeroo Filannoo koree harmoolii waldaa gaggeeffamu
11/05/2026

03/2026 (Eebla 25/2018),

Suuraa Yeroo Filannoo koree harmoolii waldaa gaggeeffamu

  10/2026 (Caamsaa 02/2018),                Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa)  Caamsaa 10/2026.    'u 6:1-9, ...
10/05/2026

10/2026 (Caamsaa 02/2018),

Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa) Caamsaa 10/2026.
'u 6:1-9, 5:1-5, 12:28-34

WWWMY Itiyoophiyaatti Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa.
Bakki itti argama keenyaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalitti Koondominiyeemi Galaan Isa Moofaa Jedhamee waamamu Bilookii 100 cina xiqqoo ol hiqee.

Sagantaan dhaabbataa waldittii
Dilbata ganama ganama sa'a 03:00 - 06:00 yeroo waaqeffannaa

Roobii Ganama 03:00 - 06:00 akkasumas waaree booda gara galgalaa 10:00 - 01:00 Yeroo kadhataa fi bilisa ba'uu.

Luqqisii Ji'a Caamsaa guutuu (1/9/2018 -30/9/2018)! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kal...
08/05/2026

Luqqisii Ji'a Caamsaa guutuu (1/9/2018 -30/9/2018)!

KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU!

Namni kalandera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 gidduutti wangeela guutuu dubbisee fixuu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hunda bira Wangeela Ga'uudha, Eebbiffamaa.

  03/2026 (Eebla 25/2018),                Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa)  Caamsaa 03/2026.     54:07-10,  ...
03/05/2026

03/2026 (Eebla 25/2018),

Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa) Caamsaa 03/2026.
54:07-10, 04:07-18, 14: 1-11

WWWMY Itiyoophiyaatti Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa.
Bakki itti argama keenyaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalitti Koondominiyeemi Galaan Isa Moofaa Jedhamee waamamu Bilookii 100 cina xiqqoo ol hiqee.

Sagantaan dhaabbataa waldittii
Dilbata ganama ganama sa'a 03:00 - 06:00 yeroo waaqeffannaa

Roobii Ganama 03:00 - 06:00 akkasumas waaree booda gara galgalaa 10:00 - 01:00 Yeroo kadhataa fi bilisa ba'uu.

  26/2026 (Eebla 18/2018),                Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa)  Eebla 26/2026.     34:11-16,   1...
26/04/2026

26/2026 (Eebla 18/2018),

Yeroo Waaqeffannaa Sambata guddaa (Dilbataa) Eebla 26/2026.
34:11-16, 13:18-21, 18: 12-14

WWWMY Itiyoophiyaatti Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa.
Bakki itti argama keenyaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalitti Koondominiyeemi Galaan Isa Moofaa Jedhamee waamamu Bilookii 100 cina xiqqoo ol hiqee.

Sagantaan dhaabbataa waldittii
Dilbata ganama ganama sa'a 03:00 - 06:00 yeroo waaqeffannaa

Roobii Ganama 03:00 - 06:00 akkasumas waaree booda gara galgalaa 10:00 - 01:00 Yeroo kadhataa fi bilisa ba'uu.

Address

Gelan Condominium
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 08:30 - 17:30
Wednesday 08:00 - 20:00
Thursday 08:30 - 17:30
Friday 08:30 - 17:30
Saturday 08:00 - 19:00
Sunday 07:00 - 20:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WWWMY Mana Sagadaa Beetel Galaan Basaqaa Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share