Teshe page

Teshe page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Teshe page, Religious organisation, Akaky kality, Addis Ababa.

20/10/2022

'ee Seerota Hafuuraa afran dhageessani beektuu laataa?
Akkuma waanti nam-tolcheen hunduu seera qabu. Waantota Waaqayyoo uume martinuu seera uumama qabu.
Seeroti kunis:-

1️⃣
Waaqayyoo si jaalata jireenya keef karoora dinqisisaa qaba.

👉Jaalala Waaqayyoo
“Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!”
— Yoh. 3:16

👉Karoora Waaqayyoo
“...ani garuu hoolonni jireenya haa qabaataniif, irraa hafaas haa qabaataniif dhufeera" jedhe.”
— Yoh. 10:10
Garuu namni hedduun jaalala Waaqayyoo kana hin shaakalle sababni isaas....

2️⃣
🤔Namni cubbaamadha.
sababa kanaaf namni Waaqayyo irraa adda ba'e.
Kanaaf jaalala fi karoora isaa kana beekuuf shaakalu hin dandeenye.

👉 “Hundinuu yakkaniiru, ulfinni Waaqayyoos isaanitti hir'ateera.”
— Rom. 3:23
Waaqayyoo gaafa nama uume namaf karoora ajaab'ibsa qaba ture garuu sababa cubbuu keenya Waaqayyo irraa fagaanne.

👉“nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa in gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa'e.”
— Isa. 53:6
“Beenyaan nama cubbuu hojjetuu du'a...”
— Rom. 6:23
Du'u kun immoo du'a Waaqayyoi irra adda ba'ani baduuti yookis barabaraan gubachuuti
Kanaaf maal ha goonuree?....

3️⃣
Namni gara Waaqayyootti kan deebi'uu danda'u karaan YESUS KRISTOOS qofa.
👉Inni bakka keenya nuuf du'eera!

👉“Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.”
— Rom. 5:8
👉Du'aas immoo ka'eera.

“Kristos cubbuu keenyaaf du'eera...
inni awwaalameera, caaffanni qulqullaa'oon akka jedhanitti guyyaa sadaffaattis du'aa kaafameera.”
— 1Qor. 15:4
👉Inni karaa tokkicha dha.

👉 “Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu.”
— Yoh. 14:6
Seerota sadan kana qofaa beekun immoo ga'aa miti.
Kanaafuu
4️⃣

27/09/2022
09/08/2022

breathing;
1) Repentance ( like as CO2)
2) Holy spirit (like as O2)

26/07/2022
01/07/2022
27/06/2022

Jaalalli dhugaan garuu maali? Eessatti argama laata? Hamma ammaatti isa namootni natti himan ta’uu hin qabu. Jaalaluma jechuunuu maali?…jettanii gaafattanii beektuu? Ani beeka, deebii isaas kanin argadhe isa dogoggoree hin beekne macaafa qulqulluu keessaati.

1 Yohannis 3:16…Kristos lubbuu isaa nuuf kennuu isaatiin jaalalli maal akka ta’e hubanneerra.

Waa’ee kanaa namootni caalmaatti siif ibsuu danda’an waan jiraniif keessaan nu quunnamaa.
https://www.everybarataa.com/a/personally.html
join our telegram
https://t.me/everybarataa

Address

Akaky Kality
Addis Ababa
1230

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Teshe page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Teshe page:

Share