DR Ministirii

DR Ministirii Kun fuula DR Ministirii ti. Like, follow and share DR Ministiriin, seenaawwan Waaqayyo keessa ishee dabarse baay'ee darbitee jirti.

This page belongs to DR Ministry

Fuula kana jaaladhaa, hordofaa, hiriyyoota keessanis afeeraa, akkasumas yaada qabdan nu dhaqqabsiisaa. Hundumaan ol, hojii qajeelaa Waaqayyo jaalatu hojjechuuf karaa fuula feesbuukii kanaatti dhufuu isheef Waaqayyoon baay'iftee in galateeffatti, in qoommaatiif. Itti aansuudhaan, obbolootni hojii Waaqayyoo nu waliin hojjettan Waaqayyo bara keessan, jireenyaa fi tajaajila keessan haa eebbisu jenna. DR Ministiriin, mul'ata gurguddoo qaroo ta'an qabdu keessaa inni tokko, obbolootni beekumsa hafuuraa akka qabaatanii fi guddina hafuuraa obbolootaa deeggaruu dha. Kanaaf, kadhannaan, yaadnii fi tumsi obboloota hundaa fiixaan bahiinsa mul'ata tajaajila keenyaa keessatti faayidaa hin tilmaamamne qabu. Nu cina dhaabbadhaan, nu jajjabeessaan ergaa keenya dha. Yaada keessan nuuf barreessuu hin dagatiinaa! Eebbifamaa,
Horaa bulaa, deebanaa!

Address

Finfinnee
Addis Ababa
1000

Telephone

+251961236888

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DR Ministirii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to DR Ministirii:

Shortcuts

Share