Biftu Bole Mekana Yesus Congregation

Biftu Bole Mekana Yesus Congregation “Ifni kee dhufeera, ulfinni Waaqayyoos siif ba'eera, kanaafis ka'ii ibsi!”
— Isa 60:1

https://youtube.com/www.biftubole.orgSagantaa Dhaabbatoo Torban KeessaaDilbata - 1:00 - 3:00  Kadhannaa fi Barsiisa M.Q....
29/08/2026

https://youtube.com/
www.biftubole.org
Sagantaa Dhaabbatoo Torban Keessaa
Dilbata - 1:00 - 3:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.
- 3:00 - 6:00 Sagantaa Waaqeffannaa Dilbataa
Roobii 3:00-7:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.

28/08/2026

Ija Argu Qabaachuu Lub. Tamasgen Gimee

Har’a Galgala
28/08/2026

Har’a Galgala

Fakkeenya jireenya bara isa darbu kanaa duukaa hin bu'inaa! Jaalalli Waaqayyoo isa kam akka ta'e gargar baasuudhaaf, yaa...
23/08/2026

Fakkeenya jireenya bara isa darbu kanaa duukaa hin bu'inaa! Jaalalli Waaqayyoo isa kam akka ta'e gargar baasuudhaaf, yaada garaa keessanii haareffachuudhaan of diddiiraa! Jaalalli Waaqayyoo immoo waan gaarii ta'e, waan isa duratti fudhatamaa ta'e, waan akeeka isaa fiixaan baasus hubachuu dha.

Roomaa 12:2

https://youtube.com/
www.biftubole.org
Sagantaa Dhaabbatoo Torban Keessaa
Dilbata - 1:00 - 3:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.
- 3:00 - 6:00 Sagantaa Waaqeffannaa Dilbataa
Roobii 3:00-7:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.

Ija Arguu qabaachuu  Waliin
19/08/2026

Ija Arguu qabaachuu
Waliin

Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jiree...
16/08/2026

Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!
Yohannis 3:16

https://youtube.com/...
www.biftubole.org
Sagantaa Dhaabbatoo Torban Keessaa
Dilbata - 1:00 - 3:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.
- 3:00 - 6:00 Sagantaa Waaqeffannaa Dilbataa
Roobii 3:00-7:00 Kadhannaa fi Barsiisa M.Q.

Sagantaa Dargaggootaa
14/08/2026

Sagantaa Dargaggootaa

Address

Bole Michael
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biftu Bole Mekana Yesus Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Biftu Bole Mekana Yesus Congregation:

Shortcuts

Share

Category