Garee kristoos

Garee kristoos Hanga Jiraannutti isa jiraanne jireenya dhalootaan gahuu qabna!

@ @ #
19/07/2025

@ @ #

Dukkanni ifatti jijiramaDeebi'ees ni dukkanaa'a! Biiftuun bara baraan hin dukkanaa'iin Jira. InnisYesuus!!!!
10/07/2025

Dukkanni ifatti jijirama
Deebi'ees ni dukkanaa'a!
Biiftuun bara baraan hin dukkanaa'iin Jira. Innis
Yesuus!!!!

22/01/2025

@

13/09/2024

IN DRABA
seenaa ajaa'ibaa!!!
Guyyaa har'aa akka carraa laaqana irratti hiriyyaa koo tokko waliin ooleen wanta isarraa baradha baayyee waan natti toleef sinii qooduu filadhe!
----==seenichis akkas ture-=--
Gaaf tokko jarreen tokkotu utuu karaa deemaa jiranii namicha yeroo namni sangaan lafa qotu inni immoo qottoon/harkaanqotu/
argan. Achiis jarreen itti kolfaa@ namichoo!!??*** jechan!
innis kaayyoo isaa waan beekuuf %%darbaa in darba@@ jechuun deebiseef.
====guyyaa lammaffa yeroo deebi'an qotiyyoo tokko bitatee bakka isa dhabee ofii harqoota/qanbara/waanjoo/ seenee utuu mucaan isaa oofee inni qotuu argan. jarris kan durarra caalu itti kolfan. har'sa akkuma duranii "DARBAA IN DARBA" jedhe.
===yeroo turtii booddee ammas deebi'anii utuuu achiin darbanii argan alana immoo qotiyyoo cimdiin tokkoon utuu qotuu argani. "isama moo isa miti?" jechuu jalqaban. ammas namnichi "DARBAA IN DARBA " Jechuun callise.
``````~~Guyyaa Biraas akkuma mala isaanii yoo achiin deebi'an ,namtichi qottiyyoo baayyee ,hojjettootta baayyee waliin qochisiifachaa jiraachuu yeroo arganitti baayyee dinqisiifatani.
@@"utuu moortuun moortuu hortuun horti"@@
Eyyeen warra obsaan dabarsaniif in darba haala kam keessa yoo jiraatte. waca fi wacwacoon dabarsuu ni dandeessa. obsuun waan hunda dabarsuu ni danda'ama. bakka obsa hin barbaachifnetti obsuun garuu gowwuummaadha. yeroo iddoo fi haala obsibarbachisu hundaatti; gola kaayyootti obsi hidhannoo mudhiitti!
*****horaa bulaa deebanaa*****

04/05/2024

hin kutiin harka hin laatiin!!!

13/04/2024

Send a message to learn more

11/04/2024

Bor yoowwana waanti gariin siif taha!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garee kristoos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Garee kristoos:

Share

Category