F/taa Dawwit Dagafee

F/taa Dawwit Dagafee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from F/taa Dawwit Dagafee, Church of God, Addis Ababa.

Ani waaqayyoo ibsa bara baraa siif nan ta'a ulfina kootu ifa kee ta'a malee sa,chii guyyaa biiftuun halkanis jiini ifaa ...
28/04/2026

Ani waaqayyoo ibsa bara baraa siif nan ta'a ulfina kootu ifa kee ta'a malee sa,chii guyyaa biiftuun halkanis jiini ifaa siif hin ta'u aduun kee deebitee hin lixu jiinii kees ifa ishee hin hir'atu ani waaqayyo ifaa bara baraa siif nan ta'a a barri gaddaa keetis in raawwatama * ( Isay 60:19-20 ) dhugumatti waaqayyoo bara gadda keessanii jijjiiree bara faarfannaa bara galataa bara elelleedhaan waaqayyoo galateeffatan isiniif haa taasisu hundumaa keesanfii haa taasisu ameen jedhaa darbaa ::

Obboleessa keenya barsiisaa birhaanuu baga waaqayyoo gooftaan gonfoo kabajaa isin goonfachiise gaa'ilaa keessan gaa'ilaa...
25/04/2026

Obboleessa keenya barsiisaa birhaanuu baga waaqayyoo gooftaan gonfoo kabajaa isin goonfachiise gaa'ilaa keessan gaa'ilaa abrihaam isa haaraa isiniif haa taasisu eebbifamaa ::

Mee maal jettu warri seeraa lubummaa beektan ??? Gaaffii natti ta'e
24/04/2026

Mee maal jettu warri seeraa lubummaa beektan ??? Gaaffii natti ta'e

Irraa hin hafamuu gaafa dilbataa guyyaa sa'aatii jaarraa kaasee sagantaa guddaan mana amantaa qulqulluu mika'ellee godin...
24/04/2026

Irraa hin hafamuu gaafa dilbataa guyyaa sa'aatii jaarraa kaasee sagantaa guddaan mana amantaa qulqulluu mika'ellee godina shawaa kaabaa magaalaa muka xuriititti taasifamaa waaqayyoo gooftaan gaa'ilaa abrahaam fi saharas isiniif haa taasisuu amantaa kiristaanaa hundumti keessan akka dhuftanii irratti hirmaattan obboleessi keenya daaqon barsiisaa tasfaayeen kabajaan isin afeeranii jiranii dilbata sa'aatii 6 irraa kaasee hin hafamuu ::

Waldhaansoo isa  gaarii sana dhaabadhee qabeera dorgommii koos raawwadheeraa amantiis eegeera * kanaa achiis goonfoon qa...
17/04/2026

Waldhaansoo isa gaarii sana dhaabadhee qabeera dorgommii koos raawwadheeraa amantiis eegeera * kanaa achiis goonfoon qajeelummaa anaaf kaa'amee jira 2 xim 4:7-8 Obboleessa keenya kabajamoof jaalatamoo D/ N / B/Sa Tasfaayee Abbabaa baga waaqayyoo gooftaan gonfoo kana isin goonfachiise gaa'ila keessan gaa'ila abrahaam fi sahaaraa isiniif haa taasisu gaa'ela milkii gaa'ela waliin arrii filataan hanga dhumaa nama waliin jiraattan waaqayyo gooftaan maccaa isiin haa taasisu ameen ameen ameen gammachuun keessan gammachuu keenya

Waaqayyoo gooftaan keenya yoo seenaa keenya haaressuu barbaade yoo jireenya keenya jijjiiruu barbaade daqiiqaa tokko kee...
14/04/2026

Waaqayyoo gooftaan keenya yoo seenaa keenya haaressuu barbaade yoo jireenya keenya jijjiiruu barbaade daqiiqaa tokko keessatti sababa tokko uume nu jijjiiruu danda'a kanaaf ogeessa fayyaa nama kana waaqayyoo guyyaa tokkoon seenasaa jijjiire kanaafuu waaqayyo gooftaan yeroo qaba yeroosaatitti seenaa namoota hundumaa jijjiiraa obsaan cimanii waaqayyoo eeggachuun baay'ee barbaachisaadha waaqayyoo jijjiiraadha waaqayyoo nama gaddee tasuman hin dhiisu nama fira hin qabne nama bakkee dhabe nama gatame waaqayyoo ni yaadataa obsaan waaqayyoo eeggadhaa jabaan waaqaa

Waa'een mana kee garaa koo na nyaate akkuma faarfataan daawit jedhe waa'een mana amantaa baadiyyaa baay'ee garaa  koo na...
13/04/2026

Waa'een mana kee garaa koo na nyaate akkuma faarfataan daawit jedhe waa'een mana amantaa baadiyyaa baay'ee garaa koo na nyaata !!!

Kristos ka'eera warra du'an keessa du'ee du'a mo'ee marga baasaatti ol ba'eera
11/04/2026

Kristos ka'eera warra du'an keessa du'ee du'a mo'ee marga baasaatti ol ba'eera

Yaa gooftaa waan godhan hin beekanii isaaniif dhiisii Luq 23:34 bagaa fannifamu gooftaa keenya fayyisaa keenya yesuus ki...
10/04/2026

Yaa gooftaa waan godhan hin beekanii isaaniif dhiisii Luq 23:34 bagaa fannifamu gooftaa keenya fayyisaa keenya yesuus kiristoosiin nagaa dhageessan

10/04/2026

Dubbii gooftaan keenya fayyisaan keenya yesuus kiristoos osoo fannoorra jiruu dubbate torbatu jira torban isaa beektu laata akka armaan gadiititti ilaalaa

Warri fayyaa qabdan qofti fayyii jedhaa darbaa ????
07/04/2026

Warri fayyaa qabdan qofti fayyii jedhaa darbaa ????

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when F/taa Dawwit Dagafee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category