Pheenxe Ishee Durii

Pheenxe Ishee Durii Utuu jiruu kan anatti amanu hundinuu immoo bara baraan hin du'u; kana amantaa ree? Yoh 11:26


🌹🌲🌹 Garuu Waa si Gaafata.

Study Bible Afaan Oromoo

Kan Tola Si Jaallate
Kan Lubbuu Isaa Sif laate
Kan osoo Ati hin barbaadin si barbaade
Kan Dukkana keessa Ifatti si baase
Kan Du'aa Kee jiraachise
Kan Gatii sirra jiru Hundumaa sif kaffale

Iyyasuus kiristoos Ilam Waaqayyooti. Ani Hanga kanan sif Hojjedhe
Ati Hoo maal naaf Hojjette sin jedha Abbaan.

☦️ Baga Dilbata Hardhaa Geessan Waldaa dhaqaa Sagalee Holichaa Wangeela Dhagahama Dhaloota DhageessisaPheenxe Ishee Duri...
19/07/2026

☦️ Baga Dilbata Hardhaa Geessan Waldaa dhaqaa Sagalee Holichaa Wangeela Dhagahama Dhaloota Dhageessisa
Pheenxe Ishee Durii

Waaqayyo Sifi Maati Kee Balaa Tasaa Irraa Isin Haa Oolchu.Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Yaayyoo  Magaalaa Yaayyoo Bakka A...
16/12/2025

Waaqayyo Sifi Maati Kee Balaa Tasaa Irraa Isin Haa Oolchu.

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Yaayyoo Magaalaa Yaayyoo Bakka Addaa Naannoo Chiyinaa Cump Jedhamee beekamutti konkolaataan deddeebisa uummataa fi Bajaajiin walitti bu'uun battalumatti lubbuun namoota Afurii Darbee jira Maatii fi Miroottaniif Jajjabina Hawwina.

Adaraa Yeroo Baatan Waaqayyoon Kadhachuu, Akkasuma Yeroo Galateeffachu Hin dadhabiina inni Nagaatti Eege isin galche isa waan ta'eef.

Address

Burayu
Addis Ababa
OROMIYA

Telephone

+251910478235

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pheenxe Ishee Durii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Pheenxe Ishee Durii:

Shortcuts

Share

Category