Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Waldaa Kristaanaa Warra Wangeelaa Mekane Yesus Itiyoophiyaa

WALDAA AMANTOOTA OROMOO FINFINNEE

  Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee   Jireenya Kiristoosiin ArganneNuti Kiristoosiin ala du'oo turre. Aboo humnoota hama...
23/08/2026



Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

Jireenya Kiristoosiin Arganne
Nuti Kiristoosiin ala du'oo turre.
Aboo humnoota hamaaf abboomamaa akkasumas fedhii foon keenyaaf bitamaa turre. Erga Kiristoosiin argannee garuu araara Waaqayyoo arganne. Dheekkamsa jalaa baane. Garbummaa Seexanaa fi fedha fooniin geggeeffamuu jalaa bilisa baane.
Efesoon 2:1-10 Qolaasiyaas 1:21-22 Roomaa 6:20-23

HUBACHIISA WKWWMYI - Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee irraatiiNagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hundumaa keenyaa wajjin haa t...
19/08/2026

HUBACHIISA
WKWWMYI - Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee irraatii

Nagaa fi Ayyaanni Waaqayyoo hundumaa keenyaa wajjin haa ta’u!
WKWWMYI-Waldaan Amantoota Oromoo Finfinnee (WAOF) tajaajila hunda galeessa bu’uura godhachuudhaan ergama waldattiin qabattee jirtu gargaarsa Waaqayyootiin raawwachaa jirti.
Yeroo dhiyoo asitti namootni dhuunfaa biyya keessaa fi biyya hambaa maqaa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinneetiin yaada dhuunfaa isaanii ibsaa jiraachuu isaanii bira geenyee jirra.
Haaluma kanaan yaadotni dhuunfaa miidiyaa hawaasaa irratti bifa gara garaan kennaman kamiyyuu WKWWMYI - Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee kan bakka hin buunee ta’uu isaa ibsina.
Dhuma irratti namootni dhuunfaa biyya keessaa fi biyya hambaa jirtan maqaa Waldaa Amantoota Oromoo Finfinneetiin yaadota waldaa bakka bu’uu hin dandeenye kennitan hundumtu wanta akkasi irraa cimsitanii akka of qusattan jaalala gooftaan isin beeksisna.
WKWWMYI - Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

  Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
16/08/2026



Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

14/08/2026


Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

08/08/2026


07/08/2026
  Hagayya, 02/2026Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee   Hafuura Qulqulluu Jalaa Hin DidinMaatewoos 5:21-26- Ajjeesuun nama...
02/08/2026


Hagayya, 02/2026
Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

Hafuura Qulqulluu Jalaa Hin Didin
Maatewoos 5:21-26
- Ajjeesuun nama rukutanii ajjeesuu qofa miti. Jecha, gochaa fi ilaalcha keenyaan namni akka abdii kutatee du'u gochuudha.
- Namni nama jibbu nama nama ajjeeseedha. Namni nama ajjeese immoo abdii jireenya bara baraa hin qabu.
- Namni dafee aaru waan hojjetu hin beeku kanaaf aarii irraa of eeggadhu.
- Obboleessa kee yakkiteetta yoo ta'e aarsaa dhi'eessuu kee dura, araara gaafadhu.
- Hafuurri Qulqulluun har'as nu gidduu jira, nu gorsaa jira. Yakka keenya nutti hima. Utuu yeroo qabnuu dubbii Waaqayyoo dhageenyee ha abboomamnu.
Efesoon 4:29-30
Araarri fi ayyaanni Gooftaa keenyaa Yesuus Kiristoos nuuf ha baayatu! Ameen.

Yeroo isaatti humna utuu hin dhabin galfachuuf waan jirruuf, ammas kottaa wanta gaarii ta'e gochuutti hin laafnu! Galaat...
01/08/2026

Yeroo isaatti humna utuu hin dhabin galfachuuf waan jirruuf, ammas kottaa wanta gaarii ta'e gochuutti hin laafnu!
Galaatiyaa 6:9

28/07/2026


Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share