Waldaa Guutuu Wangeelaa Asgorii

Waldaa Guutuu Wangeelaa Asgorii Iyyesuus kiristoos kaleessas Har'as borus barabaraan isuma sana.ibr 13:8

Yeroo waaqeffannaa guyyaa  yeroo               -kadhatamu           -waaqayyoo
23/04/2026

Yeroo waaqeffannaa guyyaa

yeroo
-kadhatamu
-waaqayyoo

sagantaa kabaja guyyaa hundeeffama Garee faarfattoota   waggaa
17/04/2026

sagantaa kabaja guyyaa hundeeffama
Garee faarfattoota waggaa

Yeroo   fi sagantaa addaaGurmuu faarfattoota   wajjin
13/04/2026

Yeroo fi sagantaa addaa
Gurmuu faarfattoota wajjin

5  ሕያውን ከሙታን መካከል ስለ ምን ትፈልጋላችሁ? ተነሥቶአል እንጂ በዚህ የለም።
11/04/2026

5 ሕያውን ከሙታን መካከል ስለ ምን ትፈልጋላችሁ? ተነሥቶአል እንጂ በዚህ የለም።

  sa'aa 7 irratti affeeramtaniirtu
10/04/2026

sa'aa 7 irratti affeeramtaniirtu

  # program
06/04/2026

# program

sagantaa konfraansi hafuuraa   waaqayyo nugargaaree sagantaa kana irratti namoonni baay'inni isaanii 161 ta'an  gooftaa ...
31/03/2026

sagantaa konfraansi hafuuraa

waaqayyo nugargaaree sagantaa kana irratti namoonni baay'inni isaanii 161 ta'an gooftaa iyyesuus
kiristoositti amananiiruu waaqayyoof galanni haa ta'u

Guyyaa har'aa saatii8; irraa eegalee sagantaan waan eegaaluuf hundumti keessan hirmaattota eebba kanaa ta'aa
26/03/2026

Guyyaa har'aa saatii8; irraa eegalee sagantaan waan eegaaluuf hundumti keessan hirmaattota eebba kanaa ta'aa

sagantaa fayyinaa guyyaa
25/03/2026

sagantaa fayyinaa guyyaa

Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u jechaa bitootessa 18_20 waldaan keenya eebba Hafuuraa guddaa dhaabbata     ...
23/03/2026

Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u jechaa bitootessa 18_20 waldaan keenya eebba Hafuuraa guddaa dhaabbata waliin waan qopheessineef hundumti keessan dhuftanii hirmattota eebba kanaa Akka taatan kabajaan isiin affeerreerra

01/03/2026

Address

Jima Road
Sebeta

Telephone

+251913839830

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Guutuu Wangeelaa Asgorii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share