The light of the world

The light of the world We preach the gospel of kingdom of God Jesus Christ is the only way

ጉዳ:Dhibaa'ummaa ofirraa cabsuu-----------------------------------------------Mat. 25¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹⁴ Yesus itti dabalee, "Du...
13/10/2020

ጉዳ:
Dhibaa'ummaa ofirraa cabsuu
-----------------------------------------------
Mat. 25
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Yesus itti dabalee, "Dubbiin kun akka nama biyya fagoo dhaquudhaaf ka'ee ti; inni hojjetoota isaa waamee, horii callaa qaba ture itti kennate.
¹⁵ Akkuma akka humna isaaniitti isa tokkotti meetii kuma shan, isa kaanitti meetii kuma lama, isa kaanittis meetii kuma tokko kennee, biyya fagoo adeeme.
¹⁶ Namichi inni meetii kuma shan fudhate, si'uma sana dhaqee ittiin bitee gurguree meetii kuma shan buufate.
¹⁷ lnni meetii kuma lama fudhate immoo, meetii kuma lama buufate.
¹⁸ Namichi inni meetii kuma tokko fudhate garuu, dhaqee boolla qotee meetii gooftaa isaa awwaale.
¹⁹ "Gooftaan hojjetoota sanaa yeroo dheeraa booddee deebi' ee dhufee, horii isaa isaan irraa lakkaa'ate.
²⁰ Namichi inni meetii kuma shan fudhate, kan biraa meetii kuma shan fidee dhufee, 'Yaa gooftaa, meetii kuma shan anatti kennattee turte, ilaa ani immoo meetii kuma shan buufadheera' jedhe.
²¹ Gooftaan isaa immoo, 'Ba'eessa goote, hojjetaa gaarii dhaa fi amanamaa nana, ati waan xinnoo irratti amanamte, ani immoo waan guddaa irra sin dhaaba; gammachuu gooftaan kee itti jiraatutti gali!' jedheen.
²² Namichi inni meetii kuma lama fudhate immoo dhufee, 'Yaa gooftaa, meetii kuma lama anatti kennattee turte, ilaa ani immoo meetii kuma lama buufadheera' jedhe.
²³ Gooftaan isaa immoo, 'Ba'eessa goote, hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nana, ati waan xinnoo irratti amanamte, ani immoo waan guddaa irra sin dhaaba; gammachuu gooftaan kee itti jiraatutti gali!' jedheen.
²⁴ "Namichi inni meetii kuma tokko fudhates immoo dhufee, 'Yaa gooftaa, ati nama gara-jabeessa iddoo itti hin facaasinii galfattu, iddoo itti hin bittimsinii walitti qabattu, ta'uu kee ani beeka.
²⁵ Kanaafan si sodaadhee dhaqee meetii kee awwaale; horiin kee kunoo, ti' jedhe.
²⁶ Gooftaan isaa garuu deebisee, 'Ati hojjetaa hamaadhaa fi dhibaa'aa nana, iddoo itti hin facaasinii akkan galfadhu, iddoo itti hin bittimsinii akkan walitti qabadhu, beekteetta

18/06/2020

Preach gospel

19/05/2019

GOD LIVES FOREVER
HE IS ALPHA AND OMEGA
THE BEGINNING AND THE END
HE IS THE CREATOR OF THE UNIVERSE
HE IS ABLE GOD

16/09/2017
Ani kan yesuusi
13/08/2017

Ani kan yesuusi

Zare ke motk/sh wedet endemitedu tawkalachu?Iwnetegna menged IYYESUS becha mehonun tawkalachu?Mesaf sinager beliju yemia...
27/07/2017

Zare ke motk/sh wedet endemitedu tawkalachu?
Iwnetegna menged IYYESUS becha mehonun tawkalachu?
Mesaf sinager beliju yemiamin yezelalem hiywet alew yilal yihenin kal endet aytachut new?

Jesus Christ the same yesterday and today and forever~~~Amen and share ~~
04/07/2017

Jesus Christ the same yesterday and today and forever
~~~Amen and share ~~

03/07/2017

Receive This blessing ... In Jesus name. If you trust God, these words can change your life forever,
👉Today God going to end the day of your troubles in Jesus name
👉I see amazing miracles and blessings are coming to you today in Jesus name
👉Today will be the day of joy in Jesus name
👉God is all powerful amen!
~~~Amen & share~

ኢየሱስ እዉነት የህወት መንገድ ነዉ::☝️☝️amen
01/07/2017

ኢየሱስ እዉነት የህወት መንገድ ነዉ::☝️☝️amen

27/06/2017

You shall see new things today,
You will hear a good news today,
Amazing miracle will came to you today in Jesus name, amen if you believe Jesus will do this for you.

Address

1
Sebeta

Opening Hours

Tuesday 04:00 - 14:00
Saturday 09:00 - 14:00
Sunday 09:00 - 14:00

Telephone

+251932502567

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The light of the world posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to The light of the world:

Share