BKA Church

BKA Church BKA

yeroo Eebbifamaa ture
29/05/2026

yeroo Eebbifamaa ture

Inni cabsee karaa banu isaan dura in ba'a; isaan cabsanii balbala kellichaa keessa darbanii jalaa in ba'u; mootiin isaan...
17/03/2026

Inni cabsee karaa banu
isaan dura in ba'a;
isaan cabsanii
balbala kellichaa keessa
darbanii jalaa in ba'u;
mootiin isaanii darbee
isaan dura in adeema,
Waaqayyo isaan dura in bu'a.
Miikiyaas 2:13

Warri garaan isaanii gadde haa gammadan, isaan jajjabina in argatu. Warri garraamiin haa gammadan, isaan biyya isa abdac...
09/03/2026

Warri garaan isaanii gadde haa gammadan,
isaan jajjabina in argatu.
Warri garraamiin haa gammadan,
isaan biyya isa abdachiifame in argatu.
Warri waan qajeelaa akka midhaanii beela'anii,
akka bishaanii dheebotan haa gammadan,
isaan geessifachuuf jiru.
Maatewos 5:4-6

Yommus ergamichi, ergaa isa Waaqayyo biraa dhufee Zarubaabelitti akka ani dubbadhuuf anatti in hime; ergichis, “Hafuura ...
23/02/2026

Yommus ergamichi, ergaa isa Waaqayyo biraa dhufee Zarubaabelitti akka ani dubbadhuuf anatti in hime; ergichis, “Hafuura kootiin malee humnaan miti, aangoodhaanis miti” kan jedhu ture; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate.
Zakaariyaas 4:6

Danuudhuma warri Gibxii gad isaan qaban keessaa, warri Israa'el immoo caalaa baay'atanii, lafa guutan; kana irraa kan ka...
16/02/2026

Danuudhuma warri Gibxii gad isaan qaban keessaa, warri Israa'el immoo caalaa baay'atanii, lafa guutan; kana irraa kan ka'e warri Gibxii jabeessanii isaan in sodaatan.
Ba'uu 1:12

Waaqayyoo Gaariidha
14/02/2026

Waaqayyoo Gaariidha

Waaqayyo gooftaan maccaa, “Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa anaaf qopheessu of dura nan erga; dingatas gooftichi inni is...
27/01/2026

Waaqayyo gooftaan maccaa, “Kunoo, ani ergamaa koo isa karaa anaaf qopheessu of dura nan erga; dingatas gooftichi inni isin barbaaddan sun gara mana qulqullummaa isaa in dhufa; kunoo, ergamaan kakichaa inni isin hawwitan sun in dhufa” jedha.
Miilkiyaas 3:1

Isa sitti faradame sana Waaqayyo si irraa kaaseera, diinota kees si irraa deebiseera; Waaqayyo mootiin Israa'el sii wajj...
27/01/2026

Isa sitti faradame sana
Waaqayyo si irraa kaaseera,
diinota kees si irraa deebiseera;
Waaqayyo mootiin Israa'el
sii wajjin waan jiruuf,
ati si'achi wanta hamaa hin sodaattu.
Sefaaniyaa 3:15

26/01/2026

Address

Sebeta Technical College
Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BKA Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share