27/01/2026
Hunduu qophaa'eera kottaa🙏
Ayyaana hundeeffama WDB waggaa 14ffaa sababeeffachuun Waldaan WDBWS sagantaa Afuurawaa guddaa Mana Kiristaana D/N/Q/G sabbataatti qopheesse irratti argamuun qooddattoota sagantichaa akka taataniif affeeramtaniirtu🙏 WDBWS