Focus Jimma University main campus

Focus Jimma University main campus



---VOLUNTERISM DAY---“Lafichi, wanti laficha guutes hundinuu kan Waaqayyoo ti, biyyi lafaa fi warri isa keessa jiraatani...
01/05/2026

---VOLUNTERISM DAY---

“Lafichi, wanti laficha guutes hundinuu kan Waaqayyoo ti, biyyi lafaa fi warri isa keessa jiraatanis kan isaa ti;”
— Far. 24:1

24/04/2026
BLESS🥰----POST AMARTI LUBBUU KOO SONGS😍
20/04/2026

BLESS🥰----POST AMARTI LUBBUU KOO SONGS😍

Egaa inni “Goofticha” jedhame kun, Hafuura Qulqulluu dha; iddoo hafuurri gooftichaa jiru immoo, birmadummaatu jira. 2 Qo...
27/03/2026

Egaa inni “Goofticha” jedhame kun, Hafuura Qulqulluu dha; iddoo hafuurri gooftichaa jiru immoo, birmadummaatu jira.
2 Qor 3:17

——HAFUURA QULQULLUU CONFERENCE—-

🔶⚡️Safuu,Safuu,Safuu Gooftaa keenya isa nu gargaareef galatni ha tahu! Dhugumayyuu wa'een isaa dinqiidha,inni gaariidha!!!
Hafuurrii qulqulluu isa harras,boris, barabaraan isa hojjetuuf galatni ha tahu!!!

🤝Akkam jirtu obboloota?
Nagaan gooftaa keenya yesuus kiristoos isiniif haa bayyatu jechaa hawwiin eegaa kan turree koonfiraansiin hafuuraa guddaan boru galgala irbaata boodde saatii 11:30tti tokko jedhee nii jalqaba,maarre nuunis maaddii Waaqayyoo nuuf qopheesse kanarratti argamuun akka hirmaattuu ebba kanaa akka taatan isiniin jennee isin afferra..

🏥WWW MISGAANAA
⏱️11:30Lt,irbaata booddee
📅bitootessa 18/7/2018
🏃🏼Hafuun hin dandamu,hundinuu kottaa
📌Bible,notebook keessan qabadhaa argamaa
🔸hiriyyoota keessanis irratti affeera.

✝️WAAQAYYOO ISIN HAA EEBBISU✝️

Telegram (https://t.me/Focusjumc) l Tiktok (https://vm.tiktok.com/ZMSafEYPo/) l Facebook (https://www.facebook.com/profile.php?id=61575928210395) l Youtube (https://www.youtube.com/channel/UCkEo7vPMlEX2d5DbBX9INug)


24/03/2026

koonfiiraansii Haafuuraa Guddaa

Address

Jimma
0989

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Focus Jimma University main campus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share