Waldaa Tokkummaa Muslimoota M. Jimmaa fi Naannoo Isii

Waldaa Tokkummaa Muslimoota M. Jimmaa fi Naannoo Isii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Tokkummaa Muslimoota M. Jimmaa fi Naannoo Isii, Religious organisation, Markato, Jimma.

Waldaan Tokkummaa Muslimoota Magaalaa Jimmaafi Naannoo Isii Hawaasa Magaalaa Jimmaafi naannawa isii jiran gama Diinii, hawaasummaa, diinagdee fi tokkummaa ijaaruu tiin tajaajiluuf Kan hundeeffameedha.

نحن قوم أعزنا الله بالإسلام...Guyyaa har'aaFulbaana1/2015 Masjiida Imaamu Maalik (diippoo)tti  Sagantaan daa'waa Mata du...
11/09/2022

نحن قوم أعزنا الله بالإسلام...

Guyyaa har'aaFulbaana1/2015 Masjiida Imaamu Maalik (diippoo)tti Sagantaan daa'waa Mata duree
' القناعة بالإسلام ' ,

'ISLIMINNAADHAAN OF GAHUU', '
'
'በእስልምና መብቃቃት'
jadhuun bakka Aalimoonni, Daa'ììwwan fi hawaasni Muslimaa baay'een argameetti gaggeeffamee jira.

Address

Markato
Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Tokkummaa Muslimoota M. Jimmaa fi Naannoo Isii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share