Jimma university Muslim jema'a official

Jimma university Muslim jema'a official This page is created to inform you different activities of JUMJ. Please don't forget to join!

﴿ إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُو...
24/07/2026

﴿ إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ [ الأحزاب: 56]

🎓 Congratulations to Our JUMJ brothers and sisters Class of 2018! 🎓It’s time to celebrate all the hard work, late nights...
26/06/2026

🎓 Congratulations to Our JUMJ brothers and sisters Class of 2018! 🎓

It’s time to celebrate all the hard work, late nights, and dedication that brought you to this incredible milestone. Today, we don't just celebrate a degree; we celebrate the beginning of a beautiful journey filled with endless possibilities.

Eebbifamtoota Obboleyyan keenya Dhirafi shamaraa kan bara 2018 hundaaf, baga rabbiin guyyaa kanaan isin gahe, baga gammaddan! Guyyaan kun guyyaa dhamaatii fi dadhabbii Ciminaan keessa dabartan itti kabajamuudha. Gara fuulduraattis milkaa'ina guddaa isiniif hawwina!

ለ2018 ዓ.ል የJUMJ ወንድምና እህት ተመራቂዎቻችን በሙሉ እንኳን አላህ ለዚህ ቀን አበቃቹህ:: ይህ ቀን የለፋችሁበትና የደከማችሁበት የትምህርት ጉዞ ፍሬ የምታዩበት የድል ቀን ነው። ለወደፊት ህይወታችሁ የላቀ ስኬት እንዲገጥማችሁ እንመኛለን!

Keep shining and making us proud!

JUMJ – Your Home, Your Jamā'ah. Where faith inspires knowledge, and together we stand to serve Our Deen

💥 Ustaz Ahmedin Jebel at Oumer Mesjid Tonight.Our beloved Ahmedin jebel  is coming  to our Masjid(Oumer) for ziyara and ...
05/06/2026

💥 Ustaz Ahmedin Jebel at Oumer Mesjid Tonight.

Our beloved Ahmedin jebel is coming to our Masjid(Oumer) for ziyara and to give us some reminders,tonight after Maghrib solat.

Don't miss this unique opportunity.

Share the information to your friends so that they also won't miss it.

Dorgommiin Hifzii Qur’aanaa kan Jama’aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Jimmaatiin gaggeeffamaa jiru har’as itti fufe...
03/05/2026

Dorgommiin Hifzii Qur’aanaa kan Jama’aa Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Jimmaatiin gaggeeffamaa jiru har’as itti fufeera.

Ebla 25, 2018
Jimma University Muslim Students Jeme'a (JUMJ)

Jama’aan Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Jimmaa, dorgommii Hifzii Qur’aanaa kaampaasota hundaa hirmaachisuun qopheessaa jiru keessatti, dorgomtoota dhiiraa 10 marsaa 2ffaa dhaf darbanii turan gidduutti guyyaa hardhaa dorgommii gaggeesseera. Kanneen keessaa dorgomtoota 6 gara marsaa xumuraa (marsaa 3ffaa) darbanii jiran adda baaseera.

Marsaan jalqabaa dorgommichaa Masjiida Abubakar kan naannoo Kaampasii qonnaa Yunivarsitii Jimmaa(Agri Campus) tti argamutti kan gaggeeffamee yoo tahu, Dorgommiin har’aa immoo Masjida Rayyaan kan naannawa Kaampaasii Teeknolojii Yuunivarsiitii Jimmaatti argamutti kan gaggeeffameedha.

Dorgommii kana irratti Itti Aanaa Hogganaa Waajjira Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Jimmaa kan ta’an Ustaaz Mukhtaar Tahaa fi bakka bu’oonni Majliisaa biroo argamuun ergaa isaanii dabarsaniiru.

Marsaan xumuraa dorgommii kanaa Kaampaasii Guddaa(Main Campus) biratti kan argamu Masjiida Umaritti, Sadaasa 2/2018 kan gaggeeffamu taha .

Marsaan dhumaa kun dorgomtoota dhiiraa 6 fi dubartoota 3 marsaa xumuraaf darban gidduutti kan gaggeeffamu taha!

በጅማ ዩኒቨርስቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀማአ እየተካሄደ  ያለው የሂፍዝ ውድድር  ዛሬም ቀጥሎ ውሏል።  ሚያዝያ 25፣2018Jimma University Muslim Jeme'a (JUMJ)የጅማ ዩኒቨር...
03/05/2026

በጅማ ዩኒቨርስቲ ሙስሊም ተማሪዎች ጀማአ እየተካሄደ ያለው የሂፍዝ ውድድር ዛሬም ቀጥሎ ውሏል።

ሚያዝያ 25፣2018
Jimma University Muslim Jeme'a (JUMJ)

የጅማ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ጀማአ በውስጡ ያሉትን ሁሉንም ካምፓሶች አሳታፊ አድርጎ እያዘጋጀ ባለው የሂፍዝ ውድድር፤ ለ 2ተኛ ዙር አልፈው የነበሩ 10 ወንድ ሀፊዞችን ያወዳደረ ሲሆን ለመጨረሻውና 3ተኛ ዙር ያለፉትን 6 ተወዳዳሪዎችን በወንዶች በኩል መለየት ተችሏል።

የመጀመሪያው ዙር ውድድር በአቡበከር መስጂድ (Agri Campus) ተደርጎ የነበረ ሲሆን የዛሬው ውድድር በጅማ ዩኒቨርስቲ ኪቶ ካምፓስ በሚገኘው ረያን መስጂድ (KJUMJ) ተካሂዷል።

በውድድሩ ላይ የጅማ ከተማ እ/ጉ/ም ምክትል ሀላፊ የሆኑት ኡስታዝ ሙክታር ጣሃና ሌሎችም የመጅሊስ ተወካዮች ተገኝተው መልዕክት አስተላልፈዋል።

የመጨረሻው ዙር ውድድር በዋናው ግቢ (Main campus) በሚገኘው በዑመር መስጂድ ሰኔ 2/2018 አ.ል በደማቅ ሁኔታ የሚካሄድ ይሆናል። በዚህ ውድድር ላይ ለመጨረሻ ዙር ያለፉ 6 ወንድ ሀፊዞችና 3 ሴት ሀፊዛዎች መካከል የሚካሄድ ይሆናል።

ጅማ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ጀመዓ የመጀመሪያ ሕፍዝ ውድድር በተሳካ ሁኔታ አካሂዷል::ሚያዝያ 18፣ 2018 | ዙልቃዕዳ 9፣ 1447Jimma University Muslim Jemea (JUMJ)የጂማ ...
26/04/2026

ጅማ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም ጀመዓ የመጀመሪያ ሕፍዝ ውድድር በተሳካ ሁኔታ አካሂዷል::

ሚያዝያ 18፣ 2018 | ዙልቃዕዳ 9፣ 1447
Jimma University Muslim Jemea (JUMJ)

የጂማ ዩኒቨርሲቲ የሙስሊም ተማሪዎች ጃመዓ (JUMJ) ዛሬ የቁርአን ሐፍዝ ውድድር የመጀመሪያ ዙርን በተሳካ ሁኔታ አካሂዶ አጠናቋል። በዚህም ውድድር ላይ ከአምስት ካምፓሶች (Main, Tecno, Agri, FIB እና Aggaroo) የተወጣጡ በአጠቃላይ 20 ሃፍዞች (15 ወንዶች እና 5 ሴቶች) በውድድሩ ላይ ተሳትፏል::

በመክፈቻ ስነ-ስርዓት ላይ የጅማ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት ሀላፊ የሆኑት ሼክ ሙሐመድአሚን ተማም እና የጅማ ከተማ እ/ጉ/ም ምክትል ሀላፊ የሆኑት ኡስታዝ ሙክታር ጣሃ ተገኝተው መልእክት አስተላልፈዋል። በመልእክታቾውም ተማሪዎች በእንደዚህ አይነት መልካም ተግባራት ላይ እንዲበረታቱ እና የተጀመረው ጥሩ ጅማሮም ቀጣይነት እንዲኖሮው መልእክታቾውን አስተላልፈዋል።

የውድድሩ መጀመሪያ ዙር በጅማ ከተማ ቦሳ ኪቶ በሚገኘው የአቡበክር መስጂድ የተከሄደ ስሆን፤ ቀጣይ ዙር በቅርቡ በቴክኖሎጂ ካምፓስ በረያን መስጅድ የሚኪያሄድ ይሆናል።

👉 የጅማ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት ሁልጊዜ ከተማሪዎች ጋር በመቆም የሚያደርጉትን ድጋፍ እና በዚህ ፕሮግራም ላይ ላደረጉልን ትብብር እጅግ አድርገን እናመሰግናለን።

Jama'aan barattoota Muslimaa Yunivarsiitii jimmaa Dorgommii Hifzii Qur’aanaa Marsaa jalqabaa Milkaa’inaan Gaggeesse!Apri...
26/04/2026

Jama'aan barattoota Muslimaa Yunivarsiitii jimmaa Dorgommii Hifzii Qur’aanaa Marsaa jalqabaa Milkaa’inaan Gaggeesse!

April 26/2026
Jimma University Muslim Jemea (JUMJ)

Jama’aan Barattoota Muslimaa Yuunivarsitii Jimmaa (JUMJ) guyyaa har’aa dorgommii Hifzii Qur’aanaa marsaa jalqabaa haala gaarii fi milkaa’inaan gaggeessee xumureera.
Dorgommii kana irratti barattoonni haafizoota ta’an kaampaasii shanan (Main, Tecno, Agri, FIB fi Aggaroo) irraa walitti dhufuun hirmaataniiru. Waliigalaan dorgommichi huffaazota 20 (dhiira 15 fi shamarran 5) gidduutti gaggeeffame.

Sirna baniinsaa irratti D/B Majlisa Magaalaa Jimmaa Sheek Muhammadamiin Tamaam fi I/A/D/B Majlisa Magaalaa Jimmaa Ustaaz Muktaar Xaahaa argamuun ergaa dabarsaniiru. Ergaa isaanii keessatti hojii akkanaatiin dhaloota akka ijaarruu fi barattoonni caalaatti jabaachuun akka itti fufan jajjabeessaniiru. Akkasumas hojii gaariin jalqabame kun akka itti fufu dhaamsa dabarsaniiru.
Dorgommichi Magaalaa Jimmaa, Ganda Boosaa Kittoo, masjida Abubakiritti kan gaggeeffame yoo ta’u, marsaan itti aanu yeroo dhiyootti kan gaggeeffamu taha.

👉 Majlisa Magaalaa Jimmaa yeroo hunda barattoota waliin dhaabbachuun deeggarsa taasisaa tureef, akkasumas sagantaa kana irratti nu cinaa dhaabbattanii tumsa nuuf gootaniif galata guddaa isiniif qabna.

"አንድም ተማሪ ከሃይማኖቱ እና ከትምህርቱ እንዲመርጥ ሊገደድ አይገባም::"የጅማ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም የማሪዎች ጀመዓ (JUMJ) በቅርቡ በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም እህቶቻችን ላይ የተጣለ...
23/04/2026

"አንድም ተማሪ ከሃይማኖቱ እና ከትምህርቱ እንዲመርጥ ሊገደድ አይገባም::"

የጅማ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም የማሪዎች ጀመዓ (JUMJ) በቅርቡ በአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ ሙስሊም እህቶቻችን ላይ የተጣለውን የኒቃብ ክልከላ በተመለከተ መግለጫ አውጥቷል።

እምነታችንና ትምህርታችን ፈጽሞ ሊጋጩ አይገባም።

ሙሉ መግለጫው ከላይ ተያይዟል::

JUMJ Medicine family
10/04/2026

JUMJ Medicine family

✨JUMJ QUR’AN HIFZ COMPETITION✨The JUMJ Hifz Competition is now officially open  a blessed opportunity for students acros...
31/03/2026

✨JUMJ QUR’AN HIFZ COMPETITION✨

The JUMJ Hifz Competition is now officially open a blessed opportunity for students across all five campuses to come together, compete, and be recognized for their dedication to the Book of Allah.

Participants
▸ 3 Male participants
▸ 3 Female participants

📅 Important Dates

Registration
▸ Start: According to your campus Jemea schedule
▸ Deadline: Miaziya 4

Competition Rounds
▸ Miaziya 11 — Agri Campus (Abubakr Masjid)
▸ Miaziya 18 — KJUMJ (Reyan Masjid)
▸ Ginbot 2 — Main Campus (Oumar Masjid)

🏆 Prizes (Total ~60,000 Birr)
▸ 1st Place — 15,000 Birr
▸ 2nd Place — 10,000 Birr
▸ 3rd Place — 5,000 Birr

“The best among you are those who learn the Qur’an and teach it.”

🌙 Prepare, participate, and compete in الخير.

🤲 May Allah place barakah in this competition and make it beneficial for all.

📢 Register through your campus representatives.

— JUMJ Central Council

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimma university Muslim jema'a official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share