10/09/2026
6 Bara dhufutti Yaaqoob hidda in yaafata,
Israa'el hudhee in daraara,
iji inni godhatus
biyya lafaa irra in guuta.
Isaiah 27
6: He shall cause them that come of Jacob to take root:
Israel shall blossom and bud, and fill the face of the world with fruit.
ኢሳይያስ 27-
6: በሚመጣው ዘመን ያዕቆብ ሥር ይሰድዳል፥ እስራኤልም ያብባል ይጨበጭብማል፤ በፍሬያቸውም የዓለሙን ፊት ይሞላሉ።