The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Fiche selale Congregation

  • Home
  • Ethiopia
  • Fitche
  • The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Fiche selale Congregation

The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Fiche selale Congregation Jesus is our all in all

kutaan itti aanus akkuma Eeggametti.Qo'annaan   Akkuma Itti Fufetti Jira.1 Ergaa Gara Tas. Xummuramee Jira. Egaa Namoonn...
28/08/2026

kutaan itti aanus akkuma Eeggametti.
Qo'annaan Akkuma Itti Fufetti Jira.
1 Ergaa Gara Tas. Xummuramee Jira. Egaa Namoonni Qo'annaa Macaafa Qulqulluu Kanatti Dammaqoo Ta'aa Waan Jiraniif Amantoonni Hundi Akka Itti Hirmaattan Jenna.
Yoo Dubbii Waaqayyo Garatti Hubanne Galmaan Gahuu Dandeenya.

 ~~~ !!!👉ለረጅም ጊዜ ሲጠበቅ የነበረው አሁን እውን ሆኗል!!👉የማዕከላዊ  ኢትዮጵያ ሲኖዶስ የመጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጅ የርቀት እና የምሽት ሥነ-መለኮታዊ ጥናቶች👉ፍቼ በሚገኘው መካነ ኢየሱስ ...
27/08/2026


~~~
!!!
👉ለረጅም ጊዜ ሲጠበቅ የነበረው አሁን እውን ሆኗል!!
👉የማዕከላዊ ኢትዮጵያ ሲኖዶስ የመጽሐፍ ቅዱስ ኮሌጅ የርቀት እና የምሽት ሥነ-መለኮታዊ ጥናቶች
👉ፍቼ በሚገኘው መካነ ኢየሱስ ማእበረ ምዕመናን በዲፕሎማ እና ዲግሪ ት/ት ይሰጣል ።
👉ስለዚህ፣ በሰሜን ሸዋ /ሰላሌ/ ወረዳ ውስጥ ያላችሁ ሁሉም ሰዎች ማስታወቂያው ከወጣበት ቀን ጀምሮ እንዲትመዘገቡ በአክብሮት እናሳዉቃለን ። ለምዝገባ ስትመጡ የማ/ም የድጋፍ ደብዳቤ ይዛችሁ እንድትመጡ።
ለማግኜት
+2519 12 03 51 12
+2519 15 89 76 65 መደወል ትችላላችሁ።

 ~~~ !!!👉Yeroo dheeraf eegamaa turame amma dhugoomera!!👉Koollejjin Macaafa qulqulluu Sinodosii Giddu galeessa Itiyoopiya...
26/08/2026


~~~
!!!
👉Yeroo dheeraf eegamaa turame amma dhugoomera!!
👉Koollejjin Macaafa qulqulluu Sinodosii Giddu galeessa Itiyoopiyaa Barumsa Tiyoolojii Fageenyafi galgalaan
👉Sadarkaa Dippiloomafi Digriitin Waldaa Amantoota Makaana Yesuus Waliin ta'uun Magaala Fiichee keessatti barsiisuf Qophii isaa Xummureera.
👉Kanaafuu Namoonni Godiina Shawaa kaabaa /Salaale/ Keessatti argaman hundi guyyaa beeksifni bahe eegaltanii akka Galmooftan Jaalala Guddaan isin beeksifna.

Lakk. Bilbilaa beeksisarra jiruun odeeffachuu dandeessu!

  Akka Waldaa Makaana Yesuus tti Guyyaa har'aa kana   mucoolii Bifa Gaarii ta'een geggeeffamee jira. Sagantaa Geggeessun...
23/08/2026




Akka Waldaa Makaana Yesuus tti Guyyaa har'aa kana mucoolii Bifa Gaarii ta'een geggeeffamee jira.
Sagantaa Geggeessun,
lallabaan
keessummeessudhaan,
Diraamaa
Walaloo fi Wantoota barumsa adda addaa dabarsuu danda'an Wal duraa duuban geggeessanii jiru.
Waaqayyo kana haa Eebbisu.

22/08/2026

10k coming soon!

 'tti  .''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessa...
21/08/2026

'tti .
''Qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis wal harkaa fuudhaa! Garaa keessan keessatti faarfachaa galata Gooftaa dhageessisaa!'' Efesoon 5:19
👉Mata Duree: ''Maatii Jabaa : Dhaloota Milkaa'aa''
👉Waldaa

Qo'annaan    Kan guyyaa   kennamu bifa gaarii ta'eef Hirmaattonni illee baay'achaa kan dhufan yoo ta'u Guyyaa har'aa kan...
19/08/2026

Qo'annaan Kan guyyaa kennamu bifa gaarii ta'eef Hirmaattonni illee baay'achaa kan dhufan yoo ta'u Guyyaa har'aa kana Qabxii ijoo 1Tas 4:1_18tti Qo'annaa geggeeffame keessaa ijoon dubbichaa,
1,Qulqullummaa
2,Wal Jaalachuu
3,Hojii Hojjechuu fi
4,Deebi'ee Dhufuu Gooftaa gadi fageenyaan karaa Barsiifamee jira.
Namoonni Dubbii Waaqayyoo kana barachuuf fedha qabdan Roobii torbeedhaan sa'aa 11:00 _12:30 waan geggeeffamuuf akka argamtan.

 Lubbuun ja’a (6) Goftaa Yesuus Fayyisaa Lubbuu isaanii godhatanii jiru.Sagantaa guyyaa har’aatiin Waaqayyo Saba isaatti...
16/08/2026


Lubbuun ja’a (6) Goftaa Yesuus Fayyisaa Lubbuu isaanii godhatanii jiru.
Sagantaa guyyaa har’aatiin Waaqayyo Saba isaatti Dubbatee jira, Namni Waaqayyotti Amane tokko isaatti Dammaqaa ta’uu akka qabuu fi Bor Yoo Mootummaan Waaqayyoo dhufte hoo jedhee Yaaduu akka qabnu Kara Barsiisni Macaafa Qulqulluu kennamee jira.

Guyyaa har’aa kana Dhuga ba’umsa ykn Labsii Wangeelaa Waldaan Makaana Yesuus Diriirsite irratti hundaa’uudhaan Labsii geggeeffameen Bu’aan isaan Lubbuun Ja’a(6) ykn Goftaa Yesuus Fayyisaa Lubbuu isaanii Godhatanii fudhatanii jiru.

Sagantaan Guyyichaa irraa jalaan jechuun
Geggeessudhaan
Faarfannaadhaan
Barsiisa Wangeelaa tajaajilaa tuuraniiru.
Dubbisni Macaafa Qulqulluu Guyyichaaf Kenname,
Sefaniyaa Raj 1:14-18
1Tas 4:3-12
Marq 13:32-37 dubbifamee jira.
Bara Fuula keenya Dura Jiru kanattii Dammaqnee akka Dubbii Waaqayyootti akka Jiraannuf itti Dabaluudhaan Gochuu irratti Tumsa akka gootan irra Deebiidhaan Waldaan Makaana Yesuus Fiichee Salaalee Dhaamsa ishee Yeroo hunda ni Dabarsiti.
……. ……….

 Qo'annaan Macaafa Qulqulluu Waldaa keenyaa karaa   kennamu akkuma itti fufetti waan jiruuf Namoonni Yeroo qabdan Akka h...
13/08/2026


Qo'annaan Macaafa Qulqulluu Waldaa keenyaa karaa kennamu akkuma itti fufetti waan jiruuf Namoonni Yeroo qabdan Akka hirmaattan Waamicha Waldaati.
Qo'annaa Guyyaa Roobii kennamu irratti gad fageenyaan kan Barsiifamaa ture,
1Tas 2 fi Boq 3 yaada isaa Walitti fiduudhaan qabxii gurguddoo hubannoof Akka ta'utti kan kaa'ame,
1, ilaalcha Tajaajilaa
2, Hafuura Abbummaa qabaachuu
3,Garaa tokko qabaachuu
4,fakkeenyummaa Gaarii qabaachuu Akka qabnu lubni gad fageenyaan hubannoo kennaan turan.
egaa ergaan Guyyaa kanaa Nama hunda waan ilaallatuuf irra deebi'uudhaan 1Tas Boq 2 fi 3 Akka dubbiftan affeeramtaniirtu.

  Waaqayyo isin wajjin haa ta'u Jabaadhaa!. Miseensonni waldaa keenyaa fi Deeggartonni waldaa keenyaa biyya keessaf biyy...
09/08/2026


Waaqayyo isin wajjin haa ta'u Jabaadhaa!. Miseensonni waldaa keenyaa fi Deeggartonni waldaa keenyaa biyya keessaf biyya biraa jirtan hunduu Jaarsoliin waldaa keenyaa hojii waldaan Makaana Yesuus Fiichee salaalee hojjetu namoonni akka qindeessaniif yaa'ii marsaa 33ffaa irratti filaman garee Waltii qabaa fi walitti qabdoota koree dhaabbatoo akka ture nii beekkama.
Kunoo yoo Waaqayyo jedhe jiraanne Jaarsolii waldaa keenyaa warra kana, kanaafuu dhimma waldaa keenyaa fi hojii Waaqayyoo nu wajjin hojjechaa warri turtaniif hojjechuuf warri barbaaddan warri kun waldaa keenya bakka kan bu'an geggeessitoota keenya ta'uu ibsa. Akka kadhattanniif akka wajjiin hojjettan isiniin jenna.
Jaarsolii bara kana hojii guddaan sinitti kenname Waaqayyo isin wajjin haa ta'u jabaadhaa isiniin jetti waldaan.

Address

Fitche

Telephone

+251910547656

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Fiche selale Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Fiche selale Congregation:

Shortcuts

Share