Weedduu MEDIA

Weedduu MEDIA “One God, the Father & One Lord...” 1 Cor. 8:6

09/10/2026

ROOBII || SAGANTAA GAAFII FI DEEBII || 09/09/26

Macaafni Qulqulluun "amantii malee Waaqayyoon gammachiisuun hin danda'amu" jedha. Amantiin sun isa kami? Gadi fageenyaan...
09/09/2026

Macaafni Qulqulluun "amantii malee Waaqayyoon gammachiisuun hin danda'amu" jedha. Amantiin sun isa kami? Gadi fageenyaan viidiyoo kana keessaa argattu! Ittiin eebbifamaa. Obboloota keessaniifis qoodaa!

“Amantii malee immoo Waaqayyoon gammachiisuun hin danda'amu. Eenyu ...

Viidiyoo kana keessatti waa'ee Ergaa Ergamaa Sadaffaa hubannaa gadi fagoo argattu. Maaloo seenaatii dhaggeeffadhaa. Yoo ...
09/08/2026

Viidiyoo kana keessatti waa'ee Ergaa Ergamaa Sadaffaa hubannaa gadi fagoo argattu. Maaloo seenaatii dhaggeeffadhaa. Yoo isinitti tole immoo obboloota keessaniifis qoodaa. Eebbifamaa!

Ergaa Ergamaa Sadaffaa

“Ergamaan biraa, inni sadaffaanis isaan duukaa bu'ee sagalee guddaadhaan, "Namni bineensichaa fi bifa fakkeenya isaafis yoo sagade, gubaa sanas adda isaatti yookiis harka isaatti yoo fudhate,” Mul. 14:9

“innis ofii isaatii daadhii waynii dheekkamsa Waaqayyoo, isa utuu makaa hin qabaatin xoofoo dheekkamsa isaatti buufame dhuguuf jira; fuula ergamoota ququllootaatti, fuula hoolichaa durattis ibidda fi dhagaa boba'uun dhiphifamuuf jira.” Mul. 14:10

“Ergamaan biraa, inni sadaffaanis isaan duukaa bu'ee sagalee guddaa...

09/05/2026

Welcome to our Sabbath Worship || Sermon: I know you not!

09/03/2026

Sagantaan Gaafii fi Deebii Torbaan dhufutti darbeera

Viidiyoo kana keessatti deebii gaaffilee armaan gadii argattu. 1. Waaqayyo Inni jalqabatti waaqa (samii) fi lafa uume ee...
09/01/2026

Viidiyoo kana keessatti deebii gaaffilee armaan gadii argattu.

1. Waaqayyo Inni jalqabatti waaqa (samii) fi lafa uume eenyu? (Um. 1:1)

2. "Eloohim" jechi jedhu Waaqayyo Inni dhugaan danuu ta'uu Isaa agarsiisaa?

3. Hafuurri Waaqayyoo Inni galaana irra socho'aa ture waaqa qaama qabuudha moo maal agarsiisa (Um. 1:2)

4. Waaqayyo eenyuun "akka bifaa fi fakkeenya keenyaatti nama haa uumnu" jedhe? (Um. 1:26)

Linkiin kunooti. Seenaa dhaggeeffadhaa. Yoo isinitti tole obboloota keessaniifis qoodaa. Waaqayyo Isin haa eebbisu.

https://youtu.be/IiyaE8h5g1w?si=oQ-6kdOyucXAKQ5I

08/29/2026

Welcome to our Sabbath Worship Service!

Gantummaa Isa Guddaa1Xim. 4:1 “Bara booddeetti namoonni tokko hafuurota wallaalchisoodhaa fi barsiisa hafuurota hamootaa...
08/27/2026

Gantummaa Isa Guddaa

1Xim. 4:1 “Bara booddeetti namoonni tokko hafuurota wallaalchisoodhaa fi barsiisa hafuurota hamootaa duukaa bu'anii, amantii wangeelaa irraa akka garagalan; hafuurri qulqulluun keessaa baasee in dubbata.”

1Xim. 4:1 “Bara booddeetti namoonni tokko hafuurota wallaalchisoodh...

08/27/2026

ROOBII | Sagantaa Gaafii fi Deebii Macaafa Qulqulluu

08/22/2026

Sabbath Worship Service

Address

Portland, OR

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Weedduu MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share