Ambo university Family fellowship

  Wal argaan waldaa Guutuu Wangeelaa Ambootti
19/05/2026



Wal argaan waldaa Guutuu Wangeelaa Ambootti

    Galata isaa haa fudhatu.  addaa ture.1Phe. 2¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯⁹ Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, sab...
17/05/2026


Galata isaa haa fudhatu.
addaa ture.
1Phe. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁹ Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame.
¹⁰ Isin takka saba Waaqayyoo hin turre, amma garuu saba isaa taataniittu; isin araara Waaqayyoo hin argatin turtan, amma garuu araara isaa argattaniittu.

     qo'annaa Addaa qabaanne Waaqayyo Galata isaa haa fudhatu.
08/05/2026



qo'annaa Addaa qabaanne Waaqayyo Galata isaa haa fudhatu.

   Bor galgala sa'a 11.30pm irraa eegalee yeroo macaafa qulqulluu waliin qo'anna waan ta'eef hundumtuu afeeramtaniittu.
07/05/2026



Bor galgala sa'a 11.30pm irraa eegalee yeroo macaafa qulqulluu waliin qo'anna waan ta'eef hundumtuu afeeramtaniittu.

   .  abbaa hojichaaf galanni haa ta'u Galgalli Dhuga baatota kiristoos Haala gaarii ta'een xumurameera.  Nu gargaaree y...
02/05/2026


.
abbaa hojichaaf galanni haa ta'u
Galgalli Dhuga baatota kiristoos Haala gaarii ta'een xumurameera.
Nu gargaaree yeroo gaarii qabaanne
turan suuraadhaan

   hawwiin eegamaa ture Galgalli Dhuga baatota kiristoos ( Evange night)  Jimaata dhufu galgala sa'a 11:20pm irraa kaase...
28/04/2026


hawwiin eegamaa ture Galgalli Dhuga baatota kiristoos ( Evange night) Jimaata dhufu galgala sa'a 11:20pm irraa kaasee Geggeeffama.
kanattis

garaa garaas ni dhihaatu



NIJIRAATA
Kanaafuu guyyaa kanatti wal argeen waldaa guutuu wangeelaa ambootti

Friday service Waaqayyo nu gargaaree yeroo waaqeffannaa adda ture.Waaqayyo Galata isaa haa fudhatu
26/04/2026

Friday service
Waaqayyo nu gargaaree yeroo waaqeffannaa adda ture.
Waaqayyo Galata isaa haa fudhatu

  Waaqayyo Galata guddaa haa fudhatu barattoota keenya remedial wajjin yeroo addaa dabarsine.Guyyichi guyyaa addaa ture
22/04/2026


Waaqayyo Galata guddaa haa fudhatu barattoota keenya remedial wajjin yeroo addaa dabarsine.
Guyyichi guyyaa addaa ture

   Hojii Tamsaasa Wangeelaa karaa tokkummaa family fellowship University Amboo sadaniin bakka waddeessa jedhamutti Hojje...
19/04/2026



Hojii Tamsaasa Wangeelaa karaa tokkummaa family fellowship University Amboo sadaniin bakka waddeessa jedhamutti Hojjetameen lubbuun 36 Mootummaa du'aa harkaa bahaniiru Abbaa isaaniif galaniiru

wangeelli ni lallabama

    Kun Ayyaana sababeeffachuun barattootni   Yuunivarsiitii Amboo wan qaban irraa qooduudhaan namoota nyaachisaa yeroo ...
15/04/2026



Kun Ayyaana sababeeffachuun barattootni Yuunivarsiitii Amboo wan qaban irraa qooduudhaan namoota nyaachisaa yeroo turaniidha. Guyyaan guyyaa addaa ture. Soora foonii biratti isa ta'e isa du'aa ka'e lallabuudhaan guyyoota lamaan kana gidduutti Gooftaa yesuusitti amananiiru
Nyaata har'aa borii caalaa kan barabaraa argachuun carroomudha.
Hojii gurguddaa kana irratti argama isin immoo share godhaa namoota biroo qaqqabsiisaa

    -one-1Waaqayyo nu gargaaree Guyyaa gaafa sanbataa jechuun Ebla 3/ 2018 Haala kanaan familyn keenya hojii gaarii hojj...
14/04/2026


-one-1
Waaqayyo nu gargaaree Guyyaa gaafa sanbataa jechuun Ebla 3/ 2018 Haala kanaan familyn keenya hojii gaarii hojjeteera
-2_will_be_continued...

Address

Ambo
Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo university Family fellowship posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share