Adventist Members around the world

Adventist Members around the world SDA:- is the last church of God or the remaining church

🙏🙏💪💪
08/06/2025

🙏🙏💪💪

SDA new song By Tolesa Gutema
28/05/2024

SDA new song By Tolesa Gutema

“Ani warra kaan dorgomeetti waamee ofii kootii akkan keessaa hin hambifamneef, dhagni koo itti baree waan itti dhufu hundumaa akka danda'u haleelee akka abbo...

05/05/2024



01/05/2024
02/03/2024

Via: Tolasaa Guutamaa
AISHA:- INTALA WAGGAA 9 tti ASHAANGULLIITII QABATTEE NAMA WAGGAA 56 WALIIN DIRQISIIFAMTEE KUTAA SIREE SEENTE.
========================================
Aa’ishaan (Rabbiin irraa haa jaallatu) akka gabaastetti Ergamaan Rabbii (صلى الله عليه وسلم) ) yeroo isheen waggaa 6 turtetti ishee fuudhe, yeroo isheen waggaa sagal turetetti akka misirrootti gara mana isaatti galfate, Ashaangulliitiin ( dolls) ishees ishee waliin turan; yeroo inni (Nabiyyiin qulqulluun) du’us umriin ishee waggaa kudha saddeet turte.
Sahih Muslim 1422c
========================================
Aishaan yeroo waggaa 18 taatu yeroo heeruma geessu abbaan manaashee irraa du'e. sana booda waggoota 50 kan ta'aniif qofaa ishee jiraatte. abbaa manaa malee jechuukooti. isheen waggaa 67tti duute jedhama . namni haadha manaakoo akka hin fuune jedhee waan akeekkachiiseef hadhotiin manaa isaa hunduu akkasumaan turan.

1. Aishaan fedhiisheetiin heerumtemoo dirqisiifamtee heerumte?
2. akkamitti namni waggaa 53 daa'ima waggaa 6 fuudhaaf yaada?
3. Ammoo akkamitti namni waggaa 56 daa'ima waggaa 9 wajjin saalquunnamtii raawwacuuf miira qabaachuu danda'a? sanuu nabiyyii otoo jedhamuu
3. Intaloon waggaa 18 tti abbaa manaa dhabde kun umuriishee sanaan maaltu isheef yaadame?
=================================
Tafsir ibn kathir surah 33:53
“…dubartii Ergamaa Rabbii صلى الله عليه وسلم tti heerumte keessaa yeroo inni du’etti tokko fuudhuun dhorkamaa dha, sababni isaas isaan addunyaa fi aakhiratti haadha manaa isaa waan ta’aniif, isaanis Haadha mu’umintootaa waan ta’aniif, akka kanaan dura ibsame….”

==============================
ofiisaa haadha manaa ilmasaa kan maqaan ishee Zayinab jedhamtu fuudheera. dubartoota kana garuu gaa'ela malee hanbise.

tarii maaltu si dhibe jechuu dandeessu. yesuus akkas jedhe. Raajota sobduu ija hojiisaaniitiin isaan beektu jedhe.

Mat. 7
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁵ Yesus itti fufee, "Raajota sobduu irraa of eeggadhaa, isaan hoolaa fakkaachuudhaaf raroo hoolaa uffatanii gara keessan in dhufu; keessa isaaniitiin garuu yeeyyii butatanii dha.
¹⁶ Ija hojii isaaniitiin isaan in beektu; ija waynii baalaan-waraanteettii, harbuus kosorruuttii ciruu dandeessuu ree?
¹⁷ Akkasumas mukti gaariin ija ba'eessa in godhata, mukti gadheenis ija hamaa in godhata.
¹⁸ Mukti gaariin ija hamaa godhachuu, mukti gadheenis ija ba'eessa godhachuu hin danda'u.
¹⁹ Mukti ija ba'eessa hin godhanne hundinuu in murama, ibiddattis in naqama.
²⁰ Egaa ija hojii isaaniitiin isaan in beektu" jedhe.

akka wangeelaatti dubartiin tokko abbaan manaa erga irraa du'ee umuriin ishee heerumaaf ni dirqisiisa taaaan heerumuu qabdi jedha.

“Haati manaa, hamma abbaan manaa ishee jirutti seera gaa'elaatiin isatti hidhamtee jiraatti. Erga abbaan manaa ishee du'ee garuu, abbaa feetetti heerumuu in dandeessi, garuu, nama amanetti haa heerumtu.” 1Qor. 7:39

===============================

 'U!!❤❤❤❤We expect great things from you and keep up the good work
06/04/2023

'U!!
❤❤❤❤
We expect great things from you and keep up the good work

10/03/2023
According to today's report, the Adventist Church membership in Zambia stands close to 1.4 million baptized members.Via:...
05/02/2023

According to today's report, the Adventist Church membership in Zambia stands close to 1.4 million baptized members.
Via: Gemechis Jafe

In just 2 days, the World Church joins for 10 Days of Prayer. The materials for Ten Days of Prayer are available in over...
10/01/2023

In just 2 days, the World Church joins for 10 Days of Prayer.

The materials for Ten Days of Prayer are available in over 30 languages! Find yours today at https://bit.ly/3mufF8Q
Guyyaa 2 qofa keessatti Waldaan Addunyaa Kadhannaa Guyyoota 10f itti makamti.

Meeshaaleen Kadhannaa Guyyoota Kudhan afaanota 30 oliin ni argamu! Kan keessan har'a https://bit.ly/3mufF8Q irraa argattu

Welcome and good luck in the future❤❤
09/01/2023

Welcome and good luck in the future❤❤

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adventist Members around the world posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share