27/09/2025
Obboolessi keenya Gurmu Far. Elero'i Keessaa tajajilaa kan ture bayyee jalatamaa mucaa amala garii kan qabu Samu'el Biranuu gara isaa jalattuu abbaasa lubbun isaa wan demteef nutti immoo akkaa namatti gaddaa nuutti dhaga'ameraa kanaf borii Misensa gurmuu farfattoota walda kenya kan tattan kamu sa'atti 5 irraatti akka argamtan jenaa.πππππππ