Heaven Light TV

Heaven Light TV Sagalee Waaqayyoo barachuu kan barbaaddan follow godhaa

Tajaajila Torbaniin Qabnu
Kamisa Guyyaa Guutuu
Jimaata Waaree Booda
Sanbata Guddaa Guyyaa Guutuu
Address on google map
https://goo.gl/maps/J29Ukp3LEJFrqpXz7

Yeroo fayyinaa ajaa'ibsiisaaWaldaa Ifa Waaqarraa Amboo
10/10/2022

Yeroo fayyinaa ajaa'ibsiisaa
Waldaa Ifa Waaqarraa Amboo

Bilisa ba'uu | Amazing Deliverance | Foon Bofaa Waliin Makanii Nyaachisanii

Ulfina Waaqayyoo arguuf dheebochuu29/1/2015Far. 63¹ Yaa Waaqayyo, ati Waaqayyo koo ti, ani sin barbaada; lubbuun koo akk...
09/10/2022

Ulfina Waaqayyoo arguuf dheebochuu
29/1/2015

Far. 63

¹ Yaa Waaqayyo, ati Waaqayyo koo ti, ani sin barbaada; lubbuun koo akkuma bishaanii si dheebotti, akka lafti bishaan dhabee, gogee dhama of keessaa fixus, foon koo si yaadee in gaggaba;
² kana irraa kan ka'es aangoo kee fi ulfina kee arguudhaaf iddoo kee isa qulqullaa'aa keessa ijaan sin barbaaddadhe.
³ Gaarummaa kee argachuun, jireenya ani amma jiraadhu irra in wayya, kanaafis arrabni koo si jajata;
⁴ ani hamman jirutti sin galateeffadha, harka koo ol qabees maqaa kee nan waammadha.

“ati saba kee fayyisuudhaaf gad in baata, isa dibame sanas oolchuuf in dhufta; dura-buutuu warra jal'ootaa lafatti in ru...
08/10/2022

“ati saba kee fayyisuudhaaf gad in baata, isa dibame sanas oolchuuf in dhufta; dura-buutuu warra jal'ootaa lafatti in rukutta, mataadhaa hamma miillaatti qullaatti in hambifta.”
— An. 3:13

Sagantaa Guyyaa Sambataa 📆29|01|2015waaree dura 2:30 jalqabeewaaree booda 8:00 jalqabeeTajaajiltoonni Raajii Dirribaa Dh...
07/10/2022

Sagantaa Guyyaa Sambataa 📆29|01|2015
waaree dura 2:30 jalqabee
waaree booda 8:00 jalqabee
Tajaajiltoonni
Raajii Dirribaa Dheressaa fi
Farfataa Amaanu'eel Magarsaa

Teessoo :- Buufata konkolaataa isa duraa irraa meetira 100 keessa seenee ykn liinkii https://goo.gl/maps/J29Ukp3LEJFrqpXz7 kana fayyadamuun nu argachuu dandeessu.

Thursday Service
06/10/2022

Thursday Service

Galgala har'aa (kamisa)sa'a 3:00ttiYeroo kadhataa fi barsiisaaRaajii Dirribaa Wajjintiktok.com/
06/10/2022

Galgala har'aa (kamisa)sa'a 3:00tti
Yeroo kadhataa fi barsiisaa
Raajii Dirribaa Wajjin
tiktok.com/

Meeshaa Waraanaa kana bitadhaa
05/10/2022

Meeshaa Waraanaa kana bitadhaa

Join our meeting for participateShare waliif godhaaa
05/10/2022

Join our meeting for participate
Share waliif godhaaa

04/10/2022

'uu ba'uu qomoo ishee hin gadhisu | Amazing Deliverance Heaven Light Tv

Address

Oromia
Ambo

Telephone

+251921191455

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Heaven Light TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Heaven Light TV:

Share