Logos Christian TV

Logos Christian TV Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Logos Christian TV, Religious organisation, Ambo.

waaqayyoo , duubbii sagalee waaqayyoo, faarfannaawwan garagara isiniif dhiyeessina,page keenya ,like,follow,fi share ,godhu hindagatina waaqayyol isin yaa eebissu

Far. 34¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Ani yeroo hundumaa maqaa Waaqayyoo nan eebbisa, jajuun isaas takkaa afaan koo keessaa hin bu'u.² Lubb...
06/05/2024

Far. 34
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Ani yeroo hundumaa maqaa Waaqayyoo nan eebbisa, jajuun isaas takkaa afaan koo keessaa hin bu'u.
² Lubbuun koo Waaqayyoon of in jajji, warri gadadamanis kana dhaga'anii haa gammadan!
³ Anaa wajjin guddina Waaqayyoo odeessaa, kottaa walii wajjinis maqaa isaa ol in kaafnaa!
⁴ Ani Waaqayyoon barbaaddadhe, innis ana jalaa owwaate, sodaa koo hundumaa keessaas na baase.
⁵ Gara isaa ilaalaa, fuulli keessanis haa ifu! Deebitaniis qaaniidhaan lafa hin ilaaltan.
⁶ Namichi gadadamaan kun yommuu iyyate, Waaqayyo isaaf dhaga'e, rakkina isaa hundumaa keessaas isa in oolche.
⁷ Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra Waaqayyoon sodaatanii in buufata, inni isaan in oolchas.

16/03/2024

NEW GOSPEL SONG
BARI'UU DIDAAREE !!!

FAARFANNAA HAARAA   Har'a galgala nu eegaa
15/03/2024

FAARFANNAA HAARAA Har'a galgala nu eegaa

Gosoota Allaattiwwan keessaa kan joobiraan mormuu danda'u quraa qofa.  Quraan dugda joobiraa irra taa'ee morma isaa cini...
09/03/2024

Gosoota Allaattiwwan keessaa kan joobiraan mormuu danda'u quraa qofa.
Quraan dugda joobiraa irra taa'ee morma isaa ciniina jira . joobirrii deebii hin kennuuf, quraa waliinis wal hin lolu, yeroo fi humna isaa isa irratti hin qisaasessu, kanaa mannaa baallee isaa diriirsee ol ka'ee samiitti balali'uu jalqabe.
Balali'inii isaa olka’aa waan ta’eef, quraan hafuura baafachuun itti ulfaate. Dhuma irrattis sababa hanqina oksijiiniitiin quraan ni kufe.

🎯.Har'a jireenya kee keessatti waan si qormaatu hin lolin, humnaa fi yeroo kee irratti hin qisaassin, kanaa mannaa yaada ol'aanaadhaan of caalchisi, beekumsaan jabaadhu, hojii gaarii kee dabali, yaada kee fi jireenya kee waaqayyoo irrattii hidhadhu.

Akkuma joobirri, quraa dugda isaa irratti fannifamee dhiisee olka’iinsa irratti xiyyeeffatu, oduu, oduu, doorsisa namoota biroo gadi dhiisii ​​ifatti xiyyeeffadhu.

Akkuma quraan olka'iinsa dandamachuu hin dandeenye, yeroo ati wantoota olitti ol kaatu qormaanni kee olka'iinsa dandamachuu hin danda'u gadi bu'uun ni dhufa.

Yeroo gaarii isiniif haa ta'u!

Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, iddoon buufata kee maal maal namatti tolaa! Lubbuun koo oobdii mana Waaqayyoo yaaddee in ga...
09/03/2024

Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa,
iddoon buufata kee maal maal namatti tolaa!
Lubbuun koo oobdii mana Waaqayyoo yaaddee in gaggabdi!
Lubbuun koo fi foon koo Waaqayyo isa jiraataatti
gammadanii in ililchu

09/03/2024
09/03/2024

ABJUU ABJUU NATTI FAKKAATA

20/01/2024
Taabotni keenya   innis Yesuus kiristoos qofa dha❤❤❤
20/01/2024

Taabotni keenya innis Yesuus kiristoos qofa dha❤❤❤

18/01/2024
  በአሜሪካ ህክምናውን ሲከታተል ቆይቶ በዛሬው እለት ማረፏ ታውቋል እግዚአብሔር ልጁና መላው ቤተሰቡንና፣ ወዳጆቹን ያጽናና።
18/01/2024

በአሜሪካ ህክምናውን ሲከታተል ቆይቶ በዛሬው እለት ማረፏ ታውቋል እግዚአብሔር ልጁና መላው ቤተሰቡንና፣ ወዳጆቹን ያጽናና።

18/01/2024

Address

Ambo

Telephone

+251910178150

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Logos Christian TV posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Logos Christian TV:

Share