The Glory of Christ's Cross Intern. Church

The Glory of Christ's Cross Intern. Church Jesus is lord,for ever!!!!!

Konfiraansii Hafuuraa Waldaa Amantoota Ulfina Fannoo Kiristoos  1-3/12/2018 Ethiopian Calender -Adama,kutaa Magaalaa Boo...
04/08/2026

Konfiraansii Hafuuraa Waldaa Amantoota Ulfina Fannoo Kiristoos
1-3/12/2018 Ethiopian Calender
-Adama,kutaa Magaalaa Boolee,Biraayit Kaars dura
-0912972891

Adaamaa-Boolee Sagantaa fayyinaa fi kadhataaአዳማ ቦሌ ፈዉስ ፕሮግራም
03/08/2026

Adaamaa-Boolee Sagantaa fayyinaa fi kadhataa
አዳማ ቦሌ ፈዉስ ፕሮግራም

Adama
31/07/2026

Adama

Beeksisa Waldaa kiristaana Ulfina Fannoo Kiristoos Adaamaarraa👌.  booruu sa'a booda 10:00-1:30 Sagantaa fayyinaa bareeda...
23/07/2026

Beeksisa Waldaa kiristaana Ulfina Fannoo Kiristoos Adaamaarraa👌.
booruu sa'a booda 10:00-1:30 Sagantaa fayyinaa bareeda qabna.
mijeeffattanii akka hirmaattanis isin affeerra.
Iddoon argamaa, Adaamaa Kutaa magaalaa Boolee taaksii dhumaan gara Addabaabaayii Dr. kabajaa Art. Alii Birraa geessu Biraayitan kaars fuuldura.
odeeffannoo dabalataaf
0912972891
isin haa eebbisu🙏.

Har'a galgala,kibxata kana  fayyinaa keenya bifa addaan itti fufa.  11tti jalqaba. ssstii 1:30 xumurama.  mijeeffadhaati...
21/07/2026

Har'a galgala,kibxata kana
fayyinaa keenya bifa addaan itti fufa.
11tti jalqaba. ssstii 1:30 xumurama.
mijeeffadhaati koottaa eebbifamaa🙏.
eebbifamaa jirtan dhuga baatii gaarii nuuf kennaa jirtu.
Magaalaa Adaamaa,dhuma Boolrr taaksii poostaa dhufuun buutanii gara Addababaayii Dr. kabajaa Art. Alii Birraa Geessu,Biraayitan kaar fuuldura.
DABALATAAF
0912972891 nuuf bilbilaa🙏.
isin haa eebbisu.
kaan biras akka gahu nuuf taasisaa❤🙏🙏🙏

10-11-2018Adaamaa🙏🙏🙏
17/07/2026

10-11-2018
Adaamaa🙏🙏🙏

06/07/2026

xurumbaa afuuftuu fi dibbee dhooftuu baay'ee of biraa qabaachuurra, yesuus nama wajjiin jiraachuutu caala.
jira nu wajjiin

28/05/2026

"Isa bira garagaggaluun hin jiru.
❤🙏

https://www.facebook.com/share/17GjvQPjU6/  eebbifamaa🙏🙏🙏🙏
16/04/2026

https://www.facebook.com/share/17GjvQPjU6/
eebbifamaa🙏🙏🙏🙏

Enjoy the videos and music that you love, upload original content and share it all with friends, family and the world on YouTube.

Address

Addis Ababa
Adama

Telephone

+251936419912

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when The Glory of Christ's Cross Intern. Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to The Glory of Christ's Cross Intern. Church:

Share