Allahu Akbar

Allahu Akbar Fuulli facebook kun fuula Daaw'aan Amantaa Islaama Obboleeyyan keenyaaf Irratti Dabruudha.

Namni isin qaqqabe hundi share godhun ergaan kun nama Muslima tahe hunda bira ka gahu taasisuun, Jannata keessatti mana haa ijaarrannuu.

12/08/2024
01/08/2024
Page kun Barnoota Islaamaa Sadarkaa jalqabaa obboleeyyan keenya carraa barnoota kana argachuu hin argatin hunda biraan g...
26/07/2024

Page kun Barnoota Islaamaa Sadarkaa jalqabaa obboleeyyan keenya carraa barnoota kana argachuu hin argatin hunda biraan gahuuf page baname waan taheef Namni isin bira gahe hundi rabbiif jecha LIKE fi SHARE gochuun sawaaba akka walumaanuu argannun kabajaan isin afeera. Galatoomaa!

_____________KUSHUU'A SALAATAA__________________
Salaata Keessatti Dirqama maal guuttachuu qabna???
Yeroo gabaabaa keessatti Qabannee dhiyaanna nuwajjiin turaa.

26/07/2024

ASalamu'aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatu Obboleeyyan koo Muslimaa?
👋👋👋👋👋

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Allahu Akbar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share