Sabaif Media

Sabaif Media Mataa guddaa irra qalbii guddaan simboo nafaati !

30/08/2026

Galanni Waaqayyoof haa ta'u bara baraan Ameen.
Hojii keenya keessaa muraasa.
0936931182/12485496 hello nuun jedhaa.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

30/08/2026

1Qor 12:18-22.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

29/08/2026

Waaqayyo harka dhiifama qabuun
geggeessee jaalalaaf nagaan gara bultoo
isaaniitti akka isaaan deebisuuf waa'ee warra galaanaafii lafa gogaarra adeemaniif ni kadhanna.

Waaqayyo nyaata isaanii guyyaa
guyyaan akka isaanii kennuuf waa'ee
namoota beela'aniif dheebotaniif ni
kadhanna.

Nu biratti qoraattiin Kun baala waraantee jedhama.kannan quncisaa jirummoo karaabii jedhama. isin birattoo maal jedhama ?.

Camera 📸 Dn Phawule
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

  Waaqayyoo fuula koo gara keetti ol kaaseeraa araara keen gara koo ilaali  koo heedduu akka ta'e atis beekta garuu osoo...
28/08/2026

Waaqayyoo fuula koo gara keetti ol kaaseeraa araara keen gara koo ilaali
koo heedduu akka ta'e atis beekta garuu osooma beektuu waan addunyaa kanarra na tursiteef si qofaatu beeka,
na jiraachistee atis na keessa jiraadhu ulfina keen godoo koo haguugi jireenya koof ibsaa ta'i dura kootiif dungoo ta'i cina kootiif hirkoo duuba kootiif dallaa ta'i.
waaqayyoo gaaddisa jalatti aduun nama hin dhaanne harka keerratti namummaa koo to'adhu
na ariyatu seexana qarriffaa isaaf nan kennin
koo isa dadhabaa afura keetiin naaf cimsi
hundumaa an siif jira hin sodaatin ati kophaa kee miti isa naan jettu sana hasaasa yaada keetii narraa hin fageessin
Kun sobduu dha fakkeessituu dhaa hagam Yoon si mamellee dabarsitee seexanatti nan laatin
akka taate kanan dhagaye caalaa akkaataa ani hubachuu danda'uun of na barsiisi
malee darbuun bara kana keessa baayyee ulfaataa, bobaa kee Jala na kaawwadhu.
'uu koon beeka malee gala koo hin beekuutii Ergamoota kee warra hin argamne na cina hiriirsi
waaqni isaa eessa jira jedhanii warri diinota koo akka natti hin kaaneef an siif jira naan jedhi
ittin si waliin jiraatan namummaa kootiif kenni
dhiiga keetii akka lafatti hin banneef fooniif dhiigni kee ija gaarii na keessatti haa naqatu
waliin waan karoorsite heedduu qabdaa hundumtuu ilaalee akka si ajaayibsiifatuuf akkuma kaleessaa hojii kee itti fufi
keef ulfina warra ulfina kenniteefii beekee eebba dachaa dachaa akkan argadhuuf na qaqqabsiisi
dacheerra naanna'ee qalbii namaa nyaatu afaan isaan liqimfamuu jalaa na oolchi
akkan harka namaa hin deemneef waan na barbaachisu atuu waan beektuuf tooraan naaf kenni
akkan sirra hin fagaanneefis kennaa kee waliin oogummaa siin sodaatu kan kaleessaa caalaa naaf dabali
waaqni isaa jedhanii hundumtuu waaqummaa kee Akka isaan leellisaniif jabinaaf gocha kee isa kaleessaa kan caalu dhimma kee an guyyaa guyyaan yaadu sana fiixaan baasiitii galataaf na geessisi.
'ee isa naaf gooteef,waa'ee isa naaf gootuufis Yaa waaqayyoo sin galateeffa dha bara baraan Ameen.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

27/08/2026

Ifa kan uffate Samiirra kan jiru.
Kan akka Waaqayyoo tasumayyuu hin jiru
F/ttuu Heeraan.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

27/08/2026

Kadhadha.🤲🤲🤲
Waa'ee nageenya mana kiristiyaanaaf.
Abeel.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Sichi...!!!...Isa itti aanu koomentii Jalatti isiniifan dhiise.Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...
26/08/2026

Sichi...!!!...
Isa itti aanu koomentii Jalatti isiniifan dhiise.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Yaa Waaqayyo ya mootii koo, si waliin jiraachuun gaabbii hin qabu.argachuu malee dhaba hin qabu.si waliin jiraachuun car...
26/08/2026

Yaa Waaqayyo ya mootii koo, si waliin jiraachuun gaabbii hin qabu.argachuu malee dhaba hin qabu.si waliin jiraachuun carroomuu dha si waliin jiraachuun eebbifamuudha.namoonni siin ala jiraatan ni gammadna se'u garuu gammachuu gaabbii qabu jiraatu kee faallaa isa kanaati.siwaliin deemuun milkii qaba.si waliin eegaluun xumura qaba.si waliin mariyachuun furmaata qaba.dhugaadhumatti ati waaqayyoo laphee namaa ilaaltuudha haala kee kan beeku si qofaadha.anaanis foon keef dhiiga kee akkan nyaadhuuf na qaqqabsiisteetta Kabaja heedduun na geesseetta ulfina maqaa kee leellisaa akkan jiraadhuuf hadhaa'aa jireenya koof soogidda taateetta.hojii koof eebba karoora koof milkii naaf taateetta.umurii koo qalbii jijjiirrannaaf naaf dheeressiteetta.qajeelummaaf gaarummaa kee guyyaa guyyaa dhaan na barsiisteetta.waa'ee koof al takka raftee hin beektu gungummiif yaadni koo si biratti dhageettii qaba secondiif akkan mufadhu fedha kee miti.qilleensa naaf abboomta ifaan na geggeessita.namumaan koo heyyama kee malee akkan sochooneef to'annaa keen gammachuu daangaa hin qabne keessatti bobaa kee Jalatti eegdee tursiteetta.maal kana qofaaree,maal sanas qofaree,maaltus himamee maaltus dhumaree,Yaa Waaqayyoo koo galatoomi malee.
Bara baraan Ameen.
Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...
25/08/2026

Sabaif Media Boqonnaa Itti Aanuuf...

Hireen addunyaa kanaa ulfaataa dha waan waaqayyo jedhe qofaatu raawwata hardha wal arganii bor wal biran jirani jiraachu...
25/08/2026

Hireen addunyaa kanaa ulfaataa dha waan waaqayyo jedhe qofaatu raawwata hardha wal arganii bor wal biran jirani jiraachuuf osoo fiigani gara hin beekamnetti butamu.
abdii waliin dheengadda studio dhufee waliin kolfaa taphachaa yeroo gaarii dabarsaa turre.Seenaa darbe waliin kaasnee amma immoo Barsiisaa Fiziksi akka ta'e natti himee anis gammadeefii yeroo biraa akka wal agarruuf nagaa walitti dhaamnee gargar baane.hardha garuu faallaa isaa balaa tasaan bakka wal hin agarre akka inni deemeen dhagaye!
Yaa firoota koo addunyaan Kun akkana egaa keessa jiraannaa keenya waan hin beekneef addunyaa garaa garaa keessa oolla.!.
ufffff yaa abdii koo maal jedhuree waaqayyo bakka Qulqulloonni jiran jennata keessa lubbuu kee haa jiraachisu.

Yoom akka duunu hin beeknuutii adaraa hanga dandaa'ametti qalbii jijjiirrannee fooniif dhiiga Kiristoos nyaannee dhugnee qophii dhaan haa jiraannu.

Maal ta'a osoo namni du'uu dhaa baatee.😭😭😭

Address

Addis Ababa Finfinnee
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabaif Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share