08/06/2024
Fakkeenyuma gaari paster Biniyam Tamasgen Harra agarasisani fakkenyma guddaadha eebifama paster bini guyyaa harra kana ijoollota walda V S I C H U R C H bakka bashananatti geessun ijoollota kana gammachisani jiru kanaaf akkuma yesuus jedhee ijoolle narra hin dhowwina mootumman waaqayyo warra akkasiitif ta'a jedhe...
Mar. 10
¹³ Yesus harka isaa akka isaan irra kaa'uuf namoonni tokko mucoolii gara isaatti in fidan; bartoonni immoo ifatanii isaan dhowwan.
¹⁴ Yesus garuu yommuu kana arge aaree, bartoota isaatiin, "Lakkisaa mucooliin gara koo haa dhufan, hin dhowwinaa! Mootummaan Waaqayyoo warra akkasiitiif ta'a.
¹⁵ Ani dhuguman isinitti hima, eenyu illee mootummaa Waaqayyoo akka mucaan simatutti kan hin simanne, itti hin galu" jedhe.
¹⁶ Mucooliis ammatee harka isaas mataa isaanii irra kaa'ee isaan eebbises.
Mark 10
¹³ And they brought young children to him, that he should touch them: and his disciples rebuked those that brought them.
¹⁴ But when Jesus saw it, he was much displeased, and said unto them, Suffer the little children to come unto me, and forbid them not: for of such is the kingdom of God.
¹⁵ Verily I say unto you, Whosoever shall not receive the kingdom of God as a little child, he shall not enter therein.
¹⁶ And he took them up in his arms, put his hands upon them, and blessed them.