Prophet Bula Temesgen

Prophet Bula Temesgen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Prophet Bula Temesgen, Addis Ababa.
(1)

I am saved by the Blood of jesus Christ🙏🙏
My vision is simple: "Use electronic media to make Jesus Christ better known and use the power of His name to restore the destiny that this platform can reach throughout the world."

26/08/2026

Harki waaqa sitti dhihoo jira
Toora.kadhataa 0903300840
Partnerii.ta'uuf
Account
Lakk.Bil.0912010703 SMS ergaa

Galgala kana irmadhaaSa'aatii 3:00  kaasee
26/08/2026

Galgala kana
irmadhaa
Sa'aatii 3:00 kaasee

Ergaan koo kun si’a sadaffaa dha. Ergaankoo mootummaa Naannoo Oromiyaa fi akkasumas mootummaa Federaalaa: akka amma dhag...
26/08/2026

Ergaan koo kun si’a sadaffaa dha. Ergaankoo mootummaa Naannoo Oromiyaa fi akkasumas mootummaa Federaalaa: akka amma dhaga’aa jirutti, warra dhiiga saba qulqulluu gadi dhangalaasan, finxaalenyiin Angar Guutee fi Giddaa Ayyaanaatti araara jechaa jiru jedhamaa jira.

Dhamsi koo inni guddaan, namoota aangoo da’oo godhachuun diinaa fi karaa ta’an osoo mootummaa sakatta’ee, dhugaa jiru adda baasee tarkaanfii sirrii fudhatee, baay’ee gaarii dha.
Prophet Bula Temesgen .irraa

Har’a ganama gammachuu addaa, isa duraa caalaa, natti dhaga’ama. Yeroon abdii koo, jireenya bara baraa yaadu, biyya lafa...
26/08/2026

Har’a ganama gammachuu addaa, isa duraa caalaa, natti dhaga’ama. Yeroon abdii koo, jireenya bara baraa yaadu, biyya lafaa kana keessatti gaaffiiwwan gurguddaa kan namni naaf hin hubanne qaba. Dhimma koo irratti, namoonni adda addaa inni kana “qabda” jedhee na waliin falmaa oola anis “hin qabu” yookaan “qaba” jechuun sirriitti ibsuu hin danda’u. Anaaf Waaqayyo wal beekna. Garuu jireenya qabaachuun koo qofti anaaf ga’a; galata Waaqayyoo!
“Duuti koo dhuma miti; Yesuusitti amanee lammaffaa dhalachuun, jireenya bara baraa fi abdii ol butamuu naaf kenneera. Kanaaf, Yesuus deebi’ee dhufee warra isaa ofitti fudhatu sana gammachuudhaan nan eeggadha. Ol butamuun na eeggachaa jira jechuun, abdii guddaa fi gammachuu guddaan gara fuulduraatti nan ilaala.”

đź“– sagaleen waaqayyoo akkas jedha

1 Tasalonqee 4:16–17 — Warri Kiristoositti amanan du’aa ka’u; warri jiraatanis isaanii wajjin duumessa keessa ol fudhatamu.

Yohannis 14:3 — Yesuus: “Deebi’ee dhufee ofitti isin nan fudhadha” jedhe.

1 Qorontos 15:51–52 — Hundinuu ni jijjiiramna; warri du’anis kan hin badne ta’anii ni ka’u.

Tiitoos 2:13 — “Abdiin eebbifamaa” jechuun ulfinni Yesuus Kiristoos mul’achuu eeggachuu.
Raajii Bulaa irraa

25/08/2026

Gorsa kana mee dubbisaa.
Nama hamaan isaa ykn hamaan ishee sitti haasa’ame waliin mee obsii; yeroo fudhadhu, argadhuu waliin dubbadhu. Garri caalaan isaa akka sitti haasa’ametti miti. Isa booda ni hubattas, ni barattas.

Namni tokko waan tokko sitti himameef qofa, battalumatti murtii irratti hin hundaa’in. Dhugaa isaa baruuf, nama sana dhaggeeffadhu; maal akka ta’e, maaliif akka akkas jedhamellee gaafadhu. Yeroo tokko tokko waan nutti himamu fi dhugaan jiru garaagarummaa guddaa qaba.

Kanaaf, nama tokko osoo hin dhaggeeffatin, waa’ee isaa murteessuu irraa of qusadhu. Nama dhaggeeffadhu, haala jiru hubadhu, sana booda murtii kee kenni. Obsi yeroo baay’ee waan dhokate ifa baasa; dhaggeeffachuun immoo waan nuti hin beekne nu barsiisa.

Namni ati har’a akka nama hamaatti ilaaltu, boru yoo dhugaa isaa sirriitti hubatte, akka nama gaarii ta’e arguu dandeessa. Kanaaf, dhaggeeffadhu, hubadhu, achiis murteessi.
Prophet Bula Temesgen irraa

25/08/2026

Isa dhabde argattee waaqayyoon galateeffata torbee kana
Toora.kadhataa 0903300840
Partnerii.ta'uuf
Lakk.Bil.0912010703 SMS ergaa

25/08/2026

KIBXATA HAR'AA
SA'AATII 3:00 KAASEE
LIVE FACEBOOK

24/08/2026

T/Kallattii karaa peejii Kanaa itti fufa.sa'aatii 3:00 kaasee

Gurbaan mirqanaan mataarra akka danbizaatii ba’e kun maa of tuffachuu dhadhabee? Raajii Masarat kana yoo waa’ee isaa kaa...
23/08/2026

Gurbaan mirqanaan mataarra akka danbizaatii ba’e kun maa of tuffachuu dhadhabee? Raajii Masarat kana yoo waa’ee isaa kaaftu, waan maqaa Darasaan siif dabalamutu jira fakkaata. Garuu, gaafa mirqaanni sirra galu ni dhiifta jedheen abdadha.

Bu’i, Raajii Masarat. Kanarraa inni Waajjira Guddaaf beekamtii guddaa qaba. Yoo dhuguma isaa waliin dubbachuu barbaadde, sin geessa; Naqamteetti kottu.

23/08/2026

ibsaan waan dhameef WiFi keenya ibsaan malee waan hinojjenneef bor galgalatti dabarsineerra eebbifamaa

Address

Addis Ababa

Telephone

+251912010703

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Bula Temesgen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Prophet Bula Temesgen:

Shortcuts

Share