Yabelo Pentecostal Calvary Holiness Church

Yabelo Pentecostal Calvary Holiness Church sa'ati 11:30--2:30
Sambata xiqaa: Ganama Sa'ati 12:00--4:00

SAGANTAALE WALDAA KAN IDILEE
____________________________
Sanbata Guddaa: Ganama sa'ati 3:00-6:30
Wiixata: Galgala, sa'ati 11:30 - 2:30
Roobii: Galgala, Yeroo Barumsa qofa.

01/09/2026

Yessoon Yeesso
Namii silaale lafa hin laalu lammeeso

 .‎ Dhiyaadha 🙏
01/09/2026

.

Dhiyaadha 🙏

01/09/2026

Akamiin Balleesa Galata kanke

31/08/2026

Na Jaalata

30/08/2026

Leenca Qaraaniyoo Angafa nagaa

  ‎SAGANTAA MILKAA'INA GALGALA ‎🗓️Guyya_25_12_2018Dhiyaadha
30/08/2026


‎SAGANTAA MILKAA'INA GALGALA
‎🗓️Guyya_25_12_2018
Dhiyaadha

 ‎SAGANTAA GANAMA SAMBATA ‎  24/12/2018‎Waaqeffannaan:‎🎤Qabalee Galgaloo‎🎤Haphii Daalacha ‎Lallabaa:‎🎤 Pastor Jatani War...
30/08/2026


‎SAGANTAA GANAMA SAMBATA
‎ 24/12/2018
‎Waaqeffannaan:
‎🎤Qabalee Galgaloo
‎🎤Haphii Daalacha
‎Lallabaa:
‎🎤 Pastor Jatani Wario
‎🔊Mat-dure
‎📕 . Matt. 18:19-20
‎Jireenna "kadhata irraa adda hin bahini 'hojii Waaqi hojjatu ' ni argita!.
‎Gooftaan keenna Yeessoo kiristoon marroo kadhata nu waliin kadhannuu (matt.18:-19-29) fi dhuunfaanis (kadhannu luq.18:1-), kadhati nu taasifnu gula Hafuurri Qulqulloon humna jabduun dabree waan nu hojachuu hin dandeenne hojjata.
‎_ kitaabi Qulqulloon NAMI waan dansaa fi hamtuulle yoo itti walii gale wanti tolchuu him dandeenne akka hin jirre dubbata Umam.11:6
‎_ yoo walii gallee kadhanne immoo " NAMI tokko kuma1000 ari'a, lama immoo Kuma kudhan(10,000) ari'a. Kes/Deut/32:30
‎🖊️ tokkummaa Hafuura eegannee Waaqa kadhanne Waaqi jabeenna guddaan tokkummaa keenna keessa darba.
‎🖊️ kadhataatti yaaddoo tee harka Waaqa irratti gatadhu 1pet.5:7$ phil.4:6-7... yeroo kadhattu rakkina Kee ofirraa fuudhi kiristo irra keewwadhu gara galataatti darbi

‎Waaqii guddoo nu gargaare Ulfinnii cufti kha isaati 🙏

 ⛪WALDAA QARAANIYOO QULQULLITTII GUUTUU ADDUNYAA HIDDII AALEE⛪Isheen isa biraa yommuu deebite ilmaan ishee wajjin manatt...
29/08/2026


⛪WALDAA QARAANIYOO QULQULLITTII GUUTUU ADDUNYAA HIDDII AALEE⛪
Isheen isa biraa yommuu deebite ilmaan ishee wajjin manatti galtee, balbala in cufatte; ilmaan ishee qoodicha in dhidhii'eessuuf, isheen immoo dhadhicha ejersaa itti in naqxi turte. Qodaawwan sun hundinuu yommuu gugguutaman ilma isheetiin, “Qodaa duwwaa kan biraa anaaf fidi!” jette; inni immoo, “Qodaa kan biraa duwwaan hin hafne” jedheen; yommus dhadhichi ejersaa sun yaa'uu in dhiise.
2 Mootota 4:5-6

 .Hiddii Aalee
28/08/2026

.
Hiddii Aalee

‎ 🔊‎SAGANTAA GANAMA SAMBATA ‎  24/12/2018Dhiyaadha🙏
28/08/2026


🔊‎SAGANTAA GANAMA SAMBATA
‎ 24/12/2018

Dhiyaadha🙏

Address

Mana Barumsaa 'Kidist Mariyam' Fuula Dura
Yabelo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yabelo Pentecostal Calvary Holiness Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share