Meserete Kristos Church- Yabello Atibiya

Meserete Kristos Church- Yabello Atibiya "For no one can lay the foundation other than the one already laid, which is Jesus Christ" 1Cor 3:11

23/08/2026
18/08/2026

ያቤሎ መሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን

የሳምንታዊ መርሃ ግብር

እሁድ፦ 3:30–6:30 — የእግዚአብሔር ቃልና የአምልኮ ጊዜ

ማክሰኞ፦ 11:30–1:30 — የእግዚአብሔር ቃልና የአምልኮ ጊዜ

ረቡዕ፦ 2:00–9:00 — የጾምና የጸሎት መርሃ ግብር

ዓርብ፦ ሃዳር የጸሎት መርሃ ግብር

ሁላችሁም በኢየሱስ ክርስቶስ ፍቅር በአክብሮት ተጋብዛችኋል!

ኑ፤ ቃሉን እንስማ፣ እንጸልይ፣ እና አብረን እናምልክ!

ምስጋናና ክብር ሁሉ ለእግዚአብሔር ይሁን!የያቤሎ መሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን፣ Ministry Partnership for Acts 29 ጋር በመተባበር፣ “በክርስቶስ ውስጥ የተደበቀ ሕይወት ...
08/08/2026

ምስጋናና ክብር ሁሉ ለእግዚአብሔር ይሁን!
የያቤሎ መሠረተ ክርስቶስ ቤተ ክርስቲያን፣ Ministry Partnership for Acts 29 ጋር በመተባበር፣ “በክርስቶስ ውስጥ የተደበቀ ሕይወት እና የወንጌል አገልግሎት” በሚል ርዕስ ከ1–2/12/2018 ድረስ ለሁለት ቀናት ሥልጠና ሰጥቷል።
ይህ ሥልጠና በሕይወታችን ሁሉ በክርስቶስ ውስጥ መኖር፣ የእግዚአብሔርን ፈቃድና ዓላማ መከተል፣ እንዲሁም በዕለት ተዕለት ሕይወታችንና በወንጌል አገልግሎታችን በክርስቶስ ኃይል መኖር እንዳለብን ያስተምረናል።

ክብር፣ ምስጋናና ውዳሴ ሁሉ ለጌታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ ስም ይሁን!

Saganta keenna Kaa leenjii walda keena mkc  guyya tokko hanga lama  1-2 /12/ 2018 gegefama ture nagaani xumurame.Waaqii ...
08/08/2026

Saganta keenna Kaa leenjii walda keena mkc guyya tokko hanga lama 1-2 /12/ 2018 gegefama ture nagaani xumurame.
Waaqii guddani galata haa fudhatu.
Isaani gumini waaqi qoomi dansa tana walini nuu kenne eebbifamaa🥰🥰

leenjii teenna haala dansaa Jala qabdee
07/08/2026

leenjii teenna haala dansaa Jala qabdee

Praise the Lord Jesus
06/08/2026

Praise the Lord Jesus

Guyyaa 30/11/2018Waldaan Meserete Kiristoos Yaaballoo, fi  Ministry Partnership for Acts 29 waliin ta'uun, deeggarsa mee...
06/08/2026

Guyyaa 30/11/2018
Waldaan Meserete Kiristoos Yaaballoo, fi Ministry Partnership for Acts 29 waliin ta'uun, deeggarsa meeshaalee qulqullinaa dubartootaa, diibataa fi Macaafa Qulqulluu 90 qooduun tajaajila gaarii fi bu'a qabeessa gaggeesse.
Tajaajila kana keessatti namoonni shan (5) Gooftaa Yesus Kiristoosin akka Fayyisaa isaanii dhuunfaa godhatanii fudhatan.
Ulfinni hundi Waaqayyoo qofaaf haa ta'u!

Galati Waaqayyoof haa ta’u!Guyyaa 24/11/2018, Waaqayyo nu gargaaree, tajaajiltoonni daa’immanii hojii wal harkaa fuudhan...
31/07/2026

Galati Waaqayyoof haa ta’u!
Guyyaa 24/11/2018, Waaqayyo nu gargaaree, tajaajiltoonni daa’immanii hojii wal harkaa fuudhanii jiru.
Waaqayyo tajaajila keessan keessatti isin waliin haa ta’u; humnaa fi ogummaa isiniif haa kennu. Tajaajilli keessan daa’imman hedduuf eebba haa ta’u!

Galata fi Ulfinni Waaqayyoof Haa Ta'uGuyya 19/11/2018Tajaajila: W/Akliluu Mataduree Lallabaa: (Waaqaa AjajamiDubbisa Bu'...
26/07/2026

Galata fi Ulfinni Waaqayyoof Haa Ta'u
Guyya 19/11/2018
Tajaajila: W/Akliluu
Mataduree Lallabaa: (Waaqaa Ajajami
Dubbisa Bu'uuraa: Umama 26:1–3

Gareeni wengela Tokkumma baadiya fi magalaa Kani guya 14/11/2018 waldaa keenna mkc yabelo buufata godhate itti galte Kun...
23/07/2026

Gareeni wengela Tokkumma baadiya fi magalaa Kani guya 14/11/2018 waldaa keenna mkc yabelo buufata godhate itti galte Kuno hardha guya 16/11/2018 magala irra gara aanaa dubuluqi Ganda hiigoo imala itti keeyate jirti. Kara eebbisaa .

nii mo.aa

Address

Borana, Southern Oromia
Yabelo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meserete Kristos Church- Yabello Atibiya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share