Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH

Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH, Religious organisation, borena, Yabelo.

Sagantan. tokkuma dargaggoota w.w.w mekane yesusi (4)n magalla yaballo kana fakkata waaqi akkaa jabbaa  nuu qarqare Ulfi...
14/06/2026

Sagantan. tokkuma dargaggoota w.w.w mekane yesusi (4)n magalla yaballo kana
fakkata waaqi akkaa jabbaa nuu qarqare
Ulfini cuftii waaqa haa tahuti

Sagantan kena kaa konfiransii guyyaa sadifii naannoo birindarii qobbooti geggeessine kan fakkata ulfini cuffaa waaqi haa...
18/05/2026

Sagantan kena kaa konfiransii guyyaa sadifii naannoo birindarii qobbooti geggeessine kan fakkata ulfini cuffaa waaqi haa fudhatu

Irraati hirmadha ummati naannoo birindarii
08/05/2026

Irraati hirmadha ummati naannoo birindarii

እንኳን ለትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሰዎ! በዓሉ የሰላም እና የደስታ ይሁንልዎ! Bagaa nagaan Ayyaana du'a kahu gofta kena  yesus kirstosi nagan dhaqa...
11/04/2026

እንኳን ለትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሰዎ! በዓሉ የሰላም እና የደስታ ይሁንልዎ!
Bagaa nagaan Ayyaana du'a kahu gofta kena yesus kirstosi nagan dhaqabdan

Waaqa maqan issaa Eebbifamu guddoo nuu qarqare Ayyaana dargaggoota kaa guyyaa hardha kessaati
05/04/2026

Waaqa maqan issaa Eebbifamu guddoo nuu qarqare Ayyaana dargaggoota kaa guyyaa hardha kessaati

Gaffaa guyyaa 27/07/2018 iddon w.w.w.mekane yesus yabelloo Gidicho church sa'ati 3:00 irraati Jalqaba
30/03/2026

Gaffaa guyyaa 27/07/2018 iddon w.w.w.mekane yesus yabelloo
Gidicho church sa'ati 3:00 irraati
Jalqaba

Ani Nama Waaqayyoo miti=====================Baroota dheeraa dura tajaajilaa baay'ee beekamaa tokkootu Afrikaa keessa tur...
21/03/2026

Ani Nama Waaqayyoo miti
=====================
Baroota dheeraa dura tajaajilaa baay'ee beekamaa tokkootu Afrikaa keessa ture. Haafurri Waaqayyoo haala ajaa'ibaan karaa isaa nama hiika. Duudaan ni dhaga'a, kan jaame ni fayya. Kan okkolu ni deema. Kan dhukkubsate ni fayya. Yeroo tokko namni kun tajaajilaaf isteediyamii guddaatti affeeraman. Torbee dheeraaf beeksisni hojjetame. Ni dhufa qophaa’as jedhame. Namni mandaratti hin hafne. Akka dinqiitti ba'e.

Guyyichis ga'e. Namni Waaqayyoo kunis gara waltajjiitti tajaajiluuf waamame. Akkuma inni bakka aarsaa irratti ol-ba'een dumeessi samii cufe. Dukkanni mandaritti uffise. Balaqqeessii fi qaqawween yandoo waliin gadi bu'uu eegalan. Namni kunis "Yaa saba gooftaa! Hin yaadda'inaa! Bokkaan kun amma dhaabbata" jedhe. Harka isaas olkaasee "Waaqayyo, sabni kun sagalee kee akka dhaga'uuf bokkaa kana dhaabi." jechuun kadhate. Ta'us bokkichi ittuma cimaa adeeme.

Innis "Gooftaa, sabni kun Ati ana wajjiin jiraachuu kee akka baruuf, roobni kun amma haa dhaabatu. Itti fufnaan garuu Ati ana faana jiraachuu dhiisuu kee mirkaneessa waan ta'eef guyyaa har'a irraa kaasee si tajaajilu nan dhaaba" jechuun saba fuulduratti dubbate. Roobichi cirumaa lafa uffisee roobe. Sabni isteediyamii gadhiisee ba'e. Isteediyamiin duwwatti hafe. Tajaajilichis "Egaa guyyaa har'a irraa kaasee ani nama Waaqayyoo miti" jechuun sagalee guddistuu fi macaafa qulqulluu lafa kaa'ee sokkee. Waggoota shanii oliif tajaajila dhaabe.

Guyyaa tokko garuu waanta inni hin eegnetu ta'e. Dargageessi tokko mana rifeensaa taa'ee osoo rifeensa sirreeffatu nama kana arge. Fiigee dhaqee "Nama Waaqayyoo!" jedhe dinqisiifannaa guddaan. "Nama Waaqayyoo naan hin jedhiin. Ana wajjiin Waaqayyoo hin jiru." jedheen deebiseefii. Mucichis, "Lakki! Namni akka kee Waaqayyoo wajjiin jiruyyuu hin jiru. Maaloo dhuga ba'umsa guddaan qaba na dhaggeeffadhu." jedheen. Innis abdii kutannaa guddaa keessa ta'ee "hundaafuu natti himi" jedheen.

Dargeessichis "Waggoota 5n dura konfiraansii hafuuraa guddaa tajaajiiluuf ati waamamte irratti anaaf ergamni akkan si ajjeesuuf mootummaa dukkaanaa irraa natti kenname. Gamoo guddaa tokko irra dhaabbadheen waltajjii irratti si ilaalaan ture. Si ajjeesuuf meeshaa koo kompaasii keessa galche. Garuu roobni yandoon mandirittii uffise.

Ajjeesuu qabda jedhamee akeekkachiisni cimaan waan anatti laatameef irra deebiin xiyyeeffannoo keessa si galchuuf yaale. Ammas hurriin dukkanaa'aa na ittise. Waaqayyoo si wajjiin waan tureef homaa si gochuu hin dandeenye. Dinqamuu irraan kan ka'e anis Waaqayyoo keetti amane. Kunoo har'a tajaajilaa wangeelaa ta'eera jechuun" dhugaa ba'eef. Tajaajilichis na'ee ajaa'ibsafachuun ala dubbachuu hin dandeenye.

Kana irraa maal barannaa?
1. Eegumsi Waaqayyoo tasuma illee nu irraa akka gargar hin baane.
2. Yaadni Waaqayyoo yaada keenya irraa baay'ee fagoo akka ta'e.
3. Waa gafannee Waaqayyoo cal jennaan deebii nuuf hin kennine jechuu miti.
Duresa Guluma
Kanan dubbise irraa!

Saganta dargaggoota galgalla sanbataWaaqi ulfina haa fudhatu
08/03/2026

Saganta dargaggoota galgalla sanbata
Waaqi ulfina haa fudhatu

Saganta tokkumma dargaggoota mekane yesusi magalaa yabelloo kaa guyyaa hardha kana fakkata kutaa macaffaa qulqullu keess...
15/02/2026

Saganta tokkumma dargaggoota mekane yesusi magalaa yabelloo kaa guyyaa hardha kana fakkata kutaa macaffaa qulqullu keessa
‭መዝሙር 139:13 NASV‬
[13] አንተ ውስጣዊ ሰውነቴን ፈጥረሃልና፤ በእናቴም ማሕፀን ውስጥ አበጃጅተህ ሠራኸኝ።

https://bible.com/bible/1260/psa.13‭መዝሙር 139:13 NASV‬
Kan jedhu wolin Barane karaa Dr galgalo abdubati

13/02/2026

Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Town YOUTH

📅08/06/2018 ⏰ 09:30 pm 🇪🇹 local time
Sagantaa Tokkummaa Dargaggoota W/W/W Mekane Yeesuus Magaala Yaaballoo

👉 Address:- Waldaa Dhaka Qakee
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello
Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH
EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program
Mirab Qexena Mekane Iyesus

Address

Borena
Yabelo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Yabello Gidicho YOUTH posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share