EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program

EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program This is the Official page of EECMY Dhaka Qake Youth Program

WWWMY DHAKAA QAKEE          ADOOLESSA 11, 2018 Gumiin Waaqaa hirmaanna dansaa taasisaa jirtaniif, Waaqii guddaan isan ee...
18/07/2026

WWWMY DHAKAA QAKEE
ADOOLESSA 11, 2018

Gumiin Waaqaa hirmaanna dansaa taasisaa jirtaniif, Waaqii guddaan isan eebbisu, Eebbifamaa.

Ijaarsa geggeeffamaa jiru kanaan Sibiilota gatiin isanii baayyee qaalii ta'e bituuf kurfoo jirra/Sibilaa Qorqoroo Jala/RHS

Gumii Waaqaa biyya keessaa fi alaallee gumaataan deemaa.

Account Ijaarsa Waldaatiif baname

CBE : 1000500485151
Awash : 01352970776401

👉 Guyyaa 12/11/2018WWWMY Dhaka qake Yaabaloti sanbataa waaree booda Sa'ati 9:30tti  Sagantaa Dargagoota irratti sagantaa...
14/07/2026

👉 Guyyaa 12/11/2018
WWWMY Dhaka qake Yaabaloti
sanbataa waaree booda Sa'ati 9:30tti Sagantaa Dargagoota irratti
sagantaa Adda qabna dhiyaadha
👉yerooo Waaqqeffanna
👉 yeroo Dubbii waaqa
👉 yeroo Diramaa
👉yeroo Gaafi fi Deebi waan qabnuuf dhiyaadha
faarfatota Elshadayi waliin

WWWMY DHAKAA QAKEE          ADOOLESSA 7, 2018 Maatiin Obboleessa keenna  Diida Jaarsoo ijaarsa waldaa WWWMY Dhakaa Qakee...
14/07/2026

WWWMY DHAKAA QAKEE
ADOOLESSA 7, 2018

Maatiin Obboleessa keenna Diida Jaarsoo ijaarsa waldaa WWWMY Dhakaa Qakeetiif Qarshii 20,000 gumaachite.

Waaqii si eebbisu.

Account Ijaarsa Waldaatiif baname

CBE : 1000500485151
Awash : 01352970776401

"...Nu hojjatootii isaa kaanee ijaarraa Waaqii Gubbaa nuu muummessa...''Nehemiah 2v20⚡Waldaan Kiristaana Warra Wengelaa ...
07/07/2026

"...Nu hojjatootii isaa kaanee ijaarraa Waaqii Gubbaa nuu muummessa...''
Nehemiah 2v20

⚡Waldaan Kiristaana Warra Wengelaa Makane Iyeesus Dhakaa Qakee ijaarsa marsaa 5ffaa itti keeyachuuf Qophii cima Gubbaa jirti.. Qophii tana keessatti namootii biyya keessaf biyya Alaa jirtan hundii keessan ijaarsa Mana Eebba Kanaaf Akka harka keessan diriirsitanii hojjii waaqaa waliin hojjannu jaalala waaqatiin yaamicha guddaa isanii tolchana.

Eebbifama
👇👇👇👇👇
Account Ijaarsa 1000500485152 CBE

Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus Dhakaa Qakee yaaballootti Sagantaa Sanbata Guddaa irratti Waaqayyoon Qoomm...
28/06/2026

Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus Dhakaa Qakee yaaballootti Sagantaa Sanbata Guddaa irratti Waaqayyoon Qoommii waaqeffanna miyooftuu nu kenne galataaf saaduun cuftii ta Aabboo Waaqaati.

28/06/2026
  ka  waaqaati..... Sagantaa keenna Guyyaa 2ffaa akka Dansa barachaa Oollee Borii Guyyaa Guutu koottaa Eebba tana  qooda...
26/06/2026

ka waaqaati.....
Sagantaa keenna Guyyaa 2ffaa akka Dansa barachaa Oollee Borii Guyyaa Guutu koottaa Eebba tana qoodadha...

Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus  Itoophiyaatti, Sonodoosii Booranafi Naannoo isaa Sabaka yaaballootti, Wal...
25/06/2026

Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus Itoophiyaatti, Sonodoosii Booranafi Naannoo isaa Sabaka yaaballootti, Waldaa Amantoota Dhakaa Qakeetti..
Sagantaan barumsaafi konfiiraansii Karaa tajaajila Daa'immaniif Dargaggoota waajjira olaanaatiin qopha'ee bifa Eebbifamaan Jala qabee Jira.
sagantaan keenna borillee saa'atii 3tti waan Jala qabuuf koottaa Eebba waaqaa nu waliin Qoodadha , ittin Eebbifama

Konfiiraansii Barnoota Guddaa.Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus Dhakaa Qakee yaaballooti, Sagantaa konfiiraa...
24/06/2026

Konfiiraansii Barnoota Guddaa.
Waldaa kiristaana Warra wengelaa makane yesus Dhakaa Qakee yaaballooti, Sagantaa konfiiraansii Karaa Biiroo Dargaggootafi Daa'immaniitin Qopha'ee jira tanaaf koottaa Eebba waaqaa tana Qoodadha Jenna.
hubachiisa: Sagantaan keenna kamisa saa'atii 10 Jala qaba.. jimaata ganamafi galgala Sanbata diqqaa fi Sanbata guddaalle guyyaa guutuu.
yaadannoof kitaaba Qulqulloo harka hin dhabina.
Eebbifama!!!

Address

Borena
Yabelo
DKYOUTH2016

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to EECMY Dhaka Qake Congregation Youth Program:

Shortcuts

Share