09/08/2026
Saganttaa Waaqeffanna Sanbataa Ganamaa Irraatti Waaqayyoon Qoommii Urgooftuu Nuuf Kenne Maqaan Isaa Ulfaatu.
mata duree: Bitaa mirga osoo hinlaaliin gara Yeessootti Baqadhi
16 Inni garuu qaqqabachaa ture; haa ta'u iyyuu malee, Waaqayyo waan isa baraareef, namoonni sun isa, haadha manaa isaa, intaloota isaa lamaanis harka qabanii baasanii mandarattii duubaan in ga'an;
17 erga gad isaan baasaniis, inni tokkoo, "Lafa lubbuu kee oolfatutti baqadhu, of booddee hin mil'atin; naannoo kana keessaas iddoo tokko illee hin dhaabatin! Ati akka hin balleeffamnetti, gara roga tullootaatti ol baqadhu!" jedheen.
18 Loox immoo, "Achi miti, yaa gooftaa ko!
19 Kunoo, garbichi kee fuula kee duratti ayyaana argateera, lubbuu koo oolchuudhaanis gaarummaa guddaa ana argisiifteetta; garuu ani gara roga tullootaatti baqadhee jalaa ba'uu waanan hin dandeenyeef, wanti balleessu kun karaatti na qaqqaba, anis nan du'a;
20 kunoo, mandarri fuullee jirtu kun itti baqachuudhaaf dhi'oo dha, xinnoo dhas, isheen xinnoo dha mitii ree? Achitti baqadhee lubbuun koo akka oolu anaaf godhi!" jedhe.
21 Ergamichis, "Kunoo, ani isa kanaafis faara sitti nan tola, mandara ati waa'ee ishee dubbattu kanas gara hin galchu.
22 Hamma ati achi geessutti, ani waanan ergameef sana gochuu hin danda'u; ariifadhuu achitti baqadhuu jalaa ba'i!" jedheen; mandarattiin immoo xinnoo waan taateef, maqaan ishee "Zo'aar" jedhame.
23 Akkuma aduun lafa irratti baateen, Loox mandara Zo'aar in ga'e.
24 Yommus Waaqayyo bantii waaqaa keessaa dhagaa boba'u, ibiddas mandaroota Sodoomii fi Gomoraa irratti gad in roobse.
25 Inni mandaroota sana, guutummaa lafa naannoo sanaa, warra mandaroota sana keessa jiraatan hundumaa, wanta lafa sana irratti biqilus in barbadeesse.
26 Haati manaa Loox garuu dugda isaa duubaa gara booddee ishee mil'attee, utubaa soogiddaa taate.
Seera Uumamaa19:16-26
Lallabaani:-
Worship
Saganttaa Qajeeljuun :- Taj_Dasaalany_Ebbaa
Nuu Tajaajilani Jiru Ulfinnii Cufaa Waaqaa Nuu Gargaareefi Haa Tahu.
ዕሁድ ማለዳ በነበረን የአምልኮ ፕሮግራም ጌታ ድንቅ ጊዜ ሰቶናል ክብሩን ሁሉ ጌታ ይውሰድ።
ርዕስ: አታመንታ ወደ ኢየሱስ ሽሽ
Genesis 19 አማ62 - ዘፍጥረት
16: እርሱም በዘገየ ጊዜ እግዚአብሔር ስላዘነለት እነዚያ ሰዎች የእርሱን እጅ የሚስቱንም እጅ የሁለቱን የሴቶች ልጆቹንም እጅ ይዘው አወጡትና በከተማይቱ ውጭ አስቀመጡት።
17: ወደ ሜዳም ካወጡአቸው በኋላ እንዲህ አለው፡— “ራስህን አድን፤ ወደ ኋላህ አትይ፥ በዚህም ዙሪያ ሁሉ አትቁም፡ እንዳትጠፋም ወደ ተራራው ሸሽተህ አምልጥ።”
18: ሎጥም፤ አላቸው፡— “ጌቶቼ ሆይ፥ እንዲህስ አይሁን፤
19: እነሆ ባሪያህ በፊትህ ሞገስን አግኝቶአል፥ ነፍሴን ለማዳን ያደረግህልኝን ምሕረትህንም አብዝተሃል፤ ክፉ እንዳያገኘኝና እንዳልሞት ወደ ተራራ ሸሽቼ አመልጥ ዘንድ አልችልም፤
Genesis 19 አማ62 - ዘፍጥረት
20: እነሆ ይህች ከተማ ወደ እርስዋ ሸሽቶ ለማምለጥ ቅርብ ናት፥ እርስዋም ትንሽ ናት፤ ነፍሴን ለማዳን ወደ እርስዋ ሸሽቼ ላምልጥ፤ እርስዋ ትንሽ ከተማ አይደለችምን?”
21: እርሱም አለው፡— “የተናገርሃትን ከተማ እንዳላጠፋት እነሆ በዚህ ነገር የለመንኸኝን ተቀብዬሃለሁ፤
22: በቶሎ ወደዚያ ሸሽትህ አምልጥ፤ ወደዚያ እስክትደርስ ድረስ ምንም አደርግ ዘንድ አልችልምና።” ስለዚህም የዚያች ከተማ ስም ዞዓር ተባለ።
23: ሎጥ ወደ ዞዓር በገባ ጊዜ ፀሐይ በምድር ላይ ወጣች።
24: እግዚአብሔርም በሰዶምና በገሞራ ላይ ከእግዚአብሔር ዘንድ ከሰማይ እሳትና ዲን አዘነበ፤
Genesis 19 አማ62 - ዘፍጥረት
25: እነዚያንም ከተሞች፥ በዙሪያቸው ያለውንም ሁሉ፥ በከተሞቹም የሚኖሩትን ሁሉ፥ የምድሩንም ቡቃያ ሁሉ ገለበጠ።
26: የሎጥም ሚስት ወደ ኋላዋ ተመለከተች፥ የጨው ሐውልትም ሆነች።
በቃል ፦ ወ/ም አብረሃም ታፐኖ
አምልኮን በመምራት: ዘማሪ ናርዶስ ተሾመ
ፕሮግራም በመምራት ፦ወንድም ደሳለኝ ኤባ አገልግለውናል ክብር ለጌታ ይሁን።