Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church

Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church, Christian church, Dambi Dollo, Dembi Dolo.

ILMA KAN QABU JIREENYA QABA!
:: Join Our Social Media ::
Tiktok: tiktok.com/
Telegram Channel: https://t.me/ddno1khcchannel
YouTube: https://www.youtube.com/

⛪️ Sagantaa Dargaggootaa🗓 Sambata Guddaa Waaree booda📖Barumsa walitti fufaa Ergaa Efeesoon
23/08/2026

⛪️ Sagantaa Dargaggootaa
🗓 Sambata Guddaa Waaree booda
📖Barumsa walitti fufaa Ergaa Efeesoon

Sagantaa Sambata Guddaa  Ganamaa     🗓 Haagayya  |   17   |  2018      📖Filiphisiiyus 4⁸-⁹Ammas yaa obboloota ko, waa'ee...
23/08/2026

Sagantaa Sambata Guddaa Ganamaa
🗓 Haagayya | 17 | 2018
📖Filiphisiiyus 4⁸-⁹
Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'ee, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti toluu, waanuma gaarii ta'ee, waanuma galata qabuu yaadaa. Wanta ana irraa bartan, ana irraa fudhattan, ana irraa dhageessan, utuun hojjedhuus waan argitan, isinis akkasuma godhaa! Waaqayyo inni nagaa kennu isinii wajjin in ta'a

🔗 Official Social Media Links
--------------------◇◇◇◇◇--------------------
Tiktok: tiktok.com/
Facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100095547030391
YouTube:https://www.youtube.com/
Telgram Channel: https://t.me/ddno1khcchannel

Sunday ProgramElshaday ChoirDambi Dollo No1 Kale Hiwot Church  fans
16/08/2026

Sunday Program
Elshaday Choir

Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church
fans

 Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church  fans
16/08/2026


Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church
fans

16/08/2026
16/08/2026
Sagantaa Sambata Guddaa  Ganama     🗓 Haagayya  |   03   |  2018      📖 Efesoon: 5¹⁵-²⁰Egaa attamitti akka deddeebitan h...
09/08/2026

Sagantaa Sambata Guddaa Ganama
🗓 Haagayya | 03 | 2018
📖 Efesoon: 5¹⁵-²⁰

Egaa attamitti akka deddeebitan haleelaa ilaalladhaa! Akka warra ogeessotaatti malee, akka warra ogeessota hin ta'iniitti hin jiraatinaa. Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa.

⏏️ Official Social Media Links
--------------------◇◇◇◇◇--------------------
Tiktok: tiktok.com/
Facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100095547030391
YouTube:https://www.youtube.com/
Telgram Channel: https://t.me/ddno1khcchannel

💍    Cidha Gaa'ilaa     💍     Kiristosin safeeffachuudhaan waliif abboomamaa.  Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboo...
02/08/2026

💍 Cidha Gaa'ilaa 💍

Kiristosin safeeffachuudhaan waliif abboomamaa. Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboomamtu abbaa manaa isheetiifis haa abboomamtu. Kiristos mataa Waldaa Kiristiyaanaa akkuma ta'e, abbaan manaas mataa haadha manaa ti; Kiristos fayyisaa waldaa kiristiyaanaa ti; waldaan immoo dhagna isaa ti. Waldaan kiristiyaanaa harka Kiristos jala akkuma of galchitu, haati manaas waan hundumaatti harka abbaa manaa isheetii jala of haa galchitu.
Efe 5²¹ - ³³

Dargaggoota Waldaa Keenyaa
Dar. Jootee Takilee
Fi
Durbee Sabboontuu Araarsoo

Waaqayyo Gaa'ila Isaanii Haa Eebbisu!
Adoolessaa | 26 | 2018

Our official Social Media Links
--------------------◇◇◇◇◇--------------------
Tiktok: tiktok.com/
Facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=100095547030391
YouTube:https://www.youtube.com/
Telgram Channel: https://t.me/ddno1khcchannel

Address

Dambi Dollo
Dembi Dolo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Dambi Dollo No1 Kale Hiwot Church:

Shortcuts

Share