Bethel Dambi Dolo

Bethel Dambi Dolo This is the official page of EECMY Bethel Dambi Dolo Church, managed by the church to share announcements, events, and spiritual content.

Tajaajila Samabata Guddaa ganamaa kan guyyaa har'aa
13/09/2026

Tajaajila Samabata Guddaa ganamaa kan guyyaa har'aa

13/09/2026

🔴LIVE | SUNDAY SERVICE| Bethel Dambi Dolo

Sagantaa Dargaggoo Ayyaaneffannaa Bara Haaraa Sababeeffachuun qophaa'e sagantaa jimaataa waaree boodaa, suuraadhaan.
12/09/2026

Sagantaa Dargaggoo Ayyaaneffannaa Bara Haaraa Sababeeffachuun qophaa'e sagantaa jimaataa waaree boodaa, suuraadhaan.

11/09/2026

Faarfannaa Tokkummaa faarfattoota Beetel Dambi Doolloo Sagantaa Ayyaaneffannaa bara haaraa 2019 jimaata ganama irraa fudhatame

“Kunoo, ani wanta haaraa nan godha, inni amma iyyuu as ba'uutti jira; isin hin argitanii? ...;”  — Isa. 43:19Sagantaa Ay...
11/09/2026

“Kunoo, ani wanta haaraa nan godha, inni amma iyyuu as ba'uutti jira; isin hin argitanii? ...;”
— Isa. 43:19

Sagantaa Ayyaaneffannaa Bara Haaraa kan 2019 Jimaata ganamaa, Suuraadhaan.

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa Suuraadhaan
09/09/2026

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa Suuraadhaan

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa kan guyyaa har'aaDubbisa DuraaErm 31:7-9Rom 5:12-21Mat 23:1-12
30/08/2026

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata Ganamaa kan guyyaa har'aa

Dubbisa Duraa
Erm 31:7-9
Rom 5:12-21
Mat 23:1-12

Manni Sagadaa Beetel Dambi Dolloo irratti hojjetaa kan ture Bakki Lallaba Beetel Sariitii Gujee guyyaa har'aa gara Mana ...
23/08/2026

Manni Sagadaa Beetel Dambi Dolloo irratti hojjetaa kan ture Bakki Lallaba Beetel Sariitii Gujee guyyaa har'aa gara Mana Sagadaatti guddate.
Karoora hojii babbaliisuu Wangeelaa fagoo fi dhiyootti Manni Sagadaa Beetel Dambi Dolloo hojjechuuf karoorfameen Magaalaa Shaggar Aanaa Gujee bakka Sariitii jedhamutti hojii misiyoonummaa jalqabeen bakka Geggeesitooti Sinoodisii Beetel finfinnee,Sinoodisii Beetel Wallaggaa Dhiyaa fi Geggessitoti fi Hojjetooti Mana Sagadaa Beetel Dambi Dollo jirtanitti bakka Lallabaa irraa gara Mana Sagadaatti guddachuun perebeetarii Finfinneetti kennameera.Amantoonni Mana Sagadaa keenyaa Beetel Dambi Dollo Baga Gammaddan!

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata ganamaa kan guyyaa har'aa suuraadhaan
23/08/2026

Sagantaa Waaqeffannaa Dilbata ganamaa kan guyyaa har'aa suuraadhaan

Address

Dambi Dollo
Dembi Dolo
00000

Telephone

+251912454305

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bethel Dambi Dolo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Bethel Dambi Dolo:

Shortcuts

Share